Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Harargee Lixaatti iddoowwan hongeen miidhamaniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Godina Harargee Lixaatti aanolee 2 hongeen miidhamaniif deeggarsi midhanii kuntalli kumni 2 fi 200 taasifamuu wajjiirri hoggansa sodaa balaa fi…
Magaalaa Adaamaatti Hootelli ‘Sky City’ Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50’n ijaarame…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti Hootelli ‘Sky City’ Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera.
Magaalaa Adaamaatti Kutaa magaalaa…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad turtii Biraasilsitti taasisaan xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad turtii isaanii Biraasilsitti taasisaan xumuruun gara biyyaa deebi'aniiru.
Muummeen Ministira Abiy…
Hoteelli Jaaloo abbaa urjii 4 Magaalaa Shaashamanneetti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Hoteelli Jaaloo qulqullinaan abbaa urjii 4 ta'e Magaalaa Shaashamanneetti ijaarame eebbifameera.
Hoteelicha Sadarkaa Itti Aanaa Preezdantiitti…
Ayyaanni bara haaraa Saboota Burjii kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Ayyaanni bara haaraa Saboota Burjii (Waankaan Ayyaanaa) kabajamaa jira.
Ayyaannichaan duudhaaleen eegamuun dhalattoonnii fi jaallatoonni naannichaa…
Karoorri invastimantii Afrikaa-Awurooppaa Yuuroo biiliyoonni 100 fi biiliyoona 50 ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Karoorri invastimantii Afrikaa-Awurooppaa Yuuroo biiliyoonni 100 fi biiliyoona 50 ifoomeera.
Yaa’iin Gamtoota Afrikaa fi Awurooppaa 6ffaa…
Oromiyaatti bara kana biqiltuu Paappayaa sanyii filatamaa miiliyoona 1.6 ol dhaabuuf qophiin…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuu Paappayaa sanyii filatamaa miliyoona 1.6 ol dhaabuuf qophiin taasifamaa jira.
Karoora qabame kana…
Ayyaanni injifannoo Aduwaa 126ffaan qophiilee garaagaraatin akka kabajamu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Aduwaa 126ffaan qophiilee garaagaraatin akka kabajamu Ministirri Ministeeraa Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaan…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 64 olitti tilmaamamu to’annaa jala oolan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Torbee darbe keessaa meeshaaleen kontiroobaandii baasii fi galii Birrii miiliyoona 64 fi kuma 700 fi kuma 39tti tilmaamaman to’annaa jala oolaniiru.…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa Waajjira Muummee Mana Murtii Waliigala Oromiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa Waajjira Muummee Mana Murtii Waliigala Oromiyaa daawwateera.…