Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa Waajjira Muummee Mana Murtii Waliigala Oromiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa Waajjira Muummee Mana Murtii Waliigala Oromiyaa daawwateera.…
Waltajjiin hubannoo uumuu dhimma marii Biyyoolessaarratti taa’amaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Waltajjiin hubannoo uumuu dhimma Marii Biyyoolessaarratti Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti taa’amaa jira.
Ityoophiyaan yeroo itti aanuutti mariin…
Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni maricha qaboo yaa’ii idilee 2ffaa bara…
Gurraandhalli 12 ciminaa fi tokkummaa keenyaaf ragaadha- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Gurraandhalli 12 ciminaa fi tokkummaa Ityoophiyaanootaaf ragaa kan bahu ta’uu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilli…
Hongee Godina Booranaatti muudateef deeggarsi uummanni taasisuu cimee itti fufuu qaba- Abbaa Gadaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Hongeen bara kana Booranaatti muudate cimaa waan ta’eef deeggarsi uummataan taasifamu cimee itti fufuu akka qabu Abbaa Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo…
Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo mana barnoota qaroo dhabeeyyii ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo hawaasa naannichaa waliin ta’uun mana barnoota qaroo dhabeeyyii ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaa’eera.
Bara 1917…
Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira.
Guyyaan wareegamtootaa kun siidaa yaadannoo wareegamtootaa Kiiloo 6tti argamutti…
Obbo Ahimad Shidee fi Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Gamtaa Awrooppaatti jila addaa Afrikaa Bahaa…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ministir deetaan Ministeera dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Gamtaa Awrooppaa fi…
Preezdaant Shimallis Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Biiroo Komishinii Tuurizimii Oromiyaa daawwataniiru.
Jilli hoggantoota olaanoo…
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf karoora qophaa'eerratti miseensota Koree Teeknikaa…