Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf karoora qophaa'eerratti miseensota Koree Teeknikaa…
Qindoominni Dubartoota Ityoophiyaa addunyaa hundaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Dubartoonni Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jiran miseensa ta'uun muuxxannoo fi beekkumsa isaanii waloon fayyadamoo kan taasiisu Qindoominni…
Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) - Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaman dandeettii guutuun gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Qophii…
Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Manneen amantaa hundi barbaachisummaa nageenyaa barsiisuu hojiisaanii jalqabaa taasisuu akka qaban abbootiin amantaa ibsan.
Yeroo dhiyoo as…
Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa DhMG miidhaa gareen Shororkeessaa ABUT godina Walloo…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Barreessaa olaanaan Dhaabbata Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Tuurhaan Saalihi fi hoggantoonni dhaabbatichaa miidhaa gareen Shororkeessaa…
Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Yaa’ii Waloo Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa 6ffaa irratti dhimmoonni ijoon Ityoophiyaan kaaste fudhatamummaa argachuu Beeljiyeem, Luuksanbargii fi…
Labsii haaraa Soorama hojjettoota mootummaa fi dhuunfaa tibbana ragga’e
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Ji’aan mindaa hojjetootarraa Birriin walitti qabamu dabalaa dhufuun yeroo ammaa Birrii biiliyoona 4.7 ga’uu ibsameera.
Namoota miiliyoona 1…
Ityoophiyaan human galaanarraa ammayyaa ijaaraa jiraachuu hubanneerra- Jila Humna Galaanaarraa…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Jilli Humna Galaanarraa Federeeshinii Raashiyaa Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanarraa Ityoophiyaa daawwatan.
Mootummaan Raashiyaa mootummaa…
Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksiseera.
Dhaabbatichi kana dura bu’uura labsii…
Godina Booranaatti ijaarsi proojekti jallisii bishaan lafaa jalaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
\Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti ijaarsi proojekti jallisii bishaan lafaa jalaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 53 akka eegaluu ibsameera.
Ministir…