Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dallaa Jagol daawwattootaaf hawwataa taasisuuf hojiin miidhagsuu hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Dallaa Jagol daawwattootaaf hawwataa taasisuuf hojiin miidhagsuu hawaasa hirmaachise hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaa, fi Tuurizimii naannichaa…
Ityoophiyaanonni hundi uummata Afaar cinaa akka dhaabbatu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Haleellaa gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaar irratti raawwachaa jiru qolachuu fi bakka seenetti hambisuuf humni addaa naannoo Afaar, Milishaa fi…
Hawaasni Aanaalee Godina Harargee Lixaa lammilee Aanaa Hawwii Guddinaa sababa hongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Hawaasni Aanaalee Godina Harargee Lixaa lammiilee Aanaa Hawwii Guddinaa sababa hongeen miidhamaniif midhaan nyaataa kuntaala 600 deeggarsa…
Godina Booranaatti loon kanaan dura Birrii kuma 40tti gurguramaa turan yeroo amma kana Birrii 500tti…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Sababa hongeetin rakkoon gabaa beeyladaa nu qunname xiyyeeffannaa barbaada jedhan Horsiisee bultoonni Godina Booranaa.
Goddinichatti hongee…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awuroopparratti hirmaachaa kan jiran MM Abiy Ahimad hojiilee fayyadamummaa…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awuroopparratti hirmaachaa kan jiran Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojiilee fayyadamummaa Afrikaa mirkaneessan…
Jiraattonni Aanaa Abuunaa Gindabarat gocha badii Shanee balaaleffachuun hiriira bahan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Abuunaa Gindabarat gocha badii garee shororkeessaa Shanee balaaleffachuun hiriira bahaniiru.
Gareen…
Naannoon Sidaamaa naannoo Somaaleef deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoon Sidaamaa naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise.
Deeggarsicha…
Awutoobiisii namoota fe’ee imalaa tureerra balaan ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Awutoobiisii deddeebisaa uummataa namoota fe’ee imalaa tureerra balaan ibiddaa qaqqabeera.
Konkolaataa kun namoota 62 fe’uun Finfinneerraa gara…
Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Anduu’alam Ityoophiyaatti Ambaasaddara Jaappaan waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Anduu’alam Ityoophiyaatti Ambaasaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin dhimmoota biyyaalessaa…
Baankiin Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa Doolaara miiliyoona 64.3 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Baankiin Addunyaa Naannoo Somaaleetti, hongee mudateef deebii ariifachiisaa kennuuf kan gargaaru deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 64.3 taasisuu…