Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Anduu’alam Ityoophiyaatti Ambaasaddara Jaappaan waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Anduu’alam Ityoophiyaatti Ambaasaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin dhimmoota biyyaalessaa…
Baankiin Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa Doolaara miiliyoona 64.3 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Baankiin Addunyaa Naannoo Somaaleetti, hongee mudateef deebii ariifachiisaa kennuuf kan gargaaru deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 64.3 taasisuu…
Jilli obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddamoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi buufata Xiyyaaraa…
Godina Harargee Bahaatti lammiileen kumni 489 ol deeggarsa midhaan nyaataa kan barbaadan ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)– Godina Harargee Bahaatti lammiileen kumni dhibbi 4 fi kumni 89 ol deeggarsa hatattamaa midhaan nyaataa kan barbaadan ta’uu Waajjirri Hoggansa Sodaa…
Hojii Misooma magariisaa Ityoophiyaan hojjechaa jirtu deeggaruuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)– Waliigalteen Hojii Misooma magariisaa Ityoophiyaan hojjechaa jirtu deeggaruuf dandeessisu mallatteeffamuu ibsame.
Inistiitiyuutiin Misooma…
Godina Wallagga Lixaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbiitti balaa tiraafikaa guyyaa har'aa lubbuun namoota 13 darbeera.
Balaan kun Aanaa Gimbii Ganda Malkaa Gaasii…
Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Sagantaan agarsiisa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa Abbaa Taayitaa Saayinsiif Teeknooloojii Oromiyaatiin qophaa'e Giddugala Aadaa Oromootti…
Baankii Addunyaatti Jilli daayreektara olaanaa Ityoophiyaa, Sudaan, Eertiraa fi Sudaan Kibbaa Osmaan…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Baankii Addunyaatti Jilli daayreektara olaanaa Ityoophiyaa, Sudaan, Eertiraa fi Sudaan Kibbaa Osmaan Diyooniin durfamu naannoo Somaalee magaalaa…
Balaan Ibiddaa naannoo daangaa Paarkii Biyyaalessa Baaleetti ka’ee ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Balaan Ibiddaa naannoo daangaa Paarkii Biyyaalessa Baalee fi aanaalee ollaa paarkichaatti ka’ee ture to’atamuu Abbaan Taayitaa Eaggumsa Bineensota…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Godina Baaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif maallaqaa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hawaasa Baalee fi Baalee Bahaa Hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 78 fi akaakuu taasiiseera.…