Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi qorichoonni fi galteewwan yaala fayyaa naannoo Tigraay gahuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)– Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa qorichoonni fi galteewwan yaala fayyaa naannoo Tigraay gahuu beeksise.
Qorichoonni dabalataa meetirk toonii 107…
Godina Wallagga Lixaatti projektoonni addaa addaa Birrii Biliyoona 1 oliin hojjetamaa jiru
Fifinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Godina Wallagga Lixaatti projektoota Sadarkaa Godinaan hooggamu dabalatee Aanaalee fi Magaalota Godinichaa hunda keessatti bara kana projektoota addaa…
Aadde Adaanach Abeebeen magaalaa Roobee galan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)–Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisuuf godina Baalee magaalaa Roobee galaniiru.…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin Maagdaaliinaa Andarsan waliin dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti…
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad marii bu'aa qabeessa Preezdaantii Faransaay Imaanuu'eel Maakroon waliin hariiroo waloorratti taasiisan…
Imaammata Misooma Afaan Ityoophiyaan Afaanoonni beekkamtiin laatameef Afaan hojii Federaalaa…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Imaammata Misooma Afaan Ityoophiyaan Afaanoonni beekkamtiin laatameef Afaan hojii Federaalaa ta'uun akka tajaajilan qophiin xumuramaa jiraachuu…
Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu’aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Chaanselar Jarman Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu'aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo haa ga'u jedhan Muummeen Ministiraa…
Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hariiroo hunda galeessa biyyoota lamaanii cimsuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hojiiwwan tumsaa, hariiroo naannawaa fi haala waqtaawaa biyyoota lamaan…
Magaalaa Adaamaatti balaan ibiddaa warshaa Huccuu Fo’aa keessaatti ka’e to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Balaan ibiddaa Warshaa Huccuu Fo'aa ‘Elsii Addiis’ Magaalaa Adaamaatti argamu keessatti ka'e to'atamaara.
Qindoomina Humnoota Ittisa Ibiddaa…
Naannoon Amaaraa sodaa balaa nageenya hawaasa naannichaa hir’isuuf sirreeffamaa ramaddii hoggansaa…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Naannoo Amaaraa sodaa balaa nageenya hawaasa naannichaa hir’isuufi sirnaan ittisuuf sirreeffamaa ramaddii hoggansaa taasisuu bulchiinsi naannichaa…