Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti dhaabbileen Biraaziil damee misooma Inarjiirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti dhaabbileen Biraaziil damee misooma Inarjiirratti bobba’uuf fedhii kan qaban ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Biraaziil Luuwiiz…
Sanyii beelladaa oomishtummaan isaanii olaanaa ta’e fooyyessuuf kallattii qabannee hojjechaa jirra-…
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Sanyii beelladaa oomishtummaan isaanii olaanaa ta’e fooyyessuuf kallattiin kaa’amee hojjetamaa jiraachuu Ministeera Qonnaatti Ministir Deetaan damee…
MM Abiy Ahimad daayreektara Dhaabbata Fandii Maallaqaa idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad daayreektara Dhaabbata Fandii Maallaqaa idil addunyaa Kriistaalinaa Joorjiiyavaan waliin mari’ataniiru.
Marii…
Gandoota baadiyyaa aanaalee Begii fi Qondaalaatti Shanee irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaa gandoota baadiyyaa aanaalee Begii fi Qondaalaatti hojii oppireeshinii qindaa’aa gaggeeffameen garee shororkeessaa Shaneerratti…
Buraayyuutti bara kana projektoonni buleeyyii fi haaraa 73 hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)-Magaalaa Buraayyuutti bara kana projektoonni buleeyyii fi haaraa 73 hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi magaalichaa ibseera.
Projektiiwwan kunnenis …
Ejensiin mirkaneessa ragaa bu’uuraa magaalaa Finfinnee tajaajilawwan labsii yeroo ariifachiisaan…
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Ejensiin mirkaneessa ragaa bu’uuraa magaalaa Finfinnee tajaajilawwan labsii yeroo ariifachiisaan dhorkamanii turan wiixata dhufurraa eegaluun kan…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Isloovaaniyaa Jaaneez Jaansaa Waliin Mari’atan
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Isloovaaniyaa Jaaneez Jaansaa Waliin Mari’atan.
Mariisaaniin michooma biyyoota lameenii…
Hojiileen misoomaa deeggarsa IFADn hojjetaman jireenya hawaasaa foyyessuuf ga’ee olaanaa qabu- obbo…
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Hojiileen misoomaa deeggarsa IFADn hojjetaman jireenya hawaasaa foyyessuuf ga’ee olaanaa kan qaban ta’uu Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa …
Godina Geedi’ootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Naannoo Kibbaa godina Geedi’ootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbeera.
Balichi aanaa Yirgaacaffee aanaa Qoongaatti kan muudatee…
Naannoon Sidaamaa Naannoo Oromiyaaf deeggarsa Birrii Miiliiyoona 20 taasise
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Sidaamaa Godinaalee Naannoo Ormiyaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Maallaqaa birrii Miiliiyoona 20 taasisuu ibsame.…