Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa Milkaa’aa ture- Ambaasaaddar Diinaa Muftii
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffame Milkaa’aa ta’uu Duubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa-Gamtaa Afrikaa 6ffaan eegale
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa-Gamtaa Afrikaa 6ffaan guyyaa har’a Beeljiyeem Biraaslisitti eegaleera.
Yaa’iichi har’a fi boruu kan gaggeeffamuu yoo…
Magaalaa Finfinneetti balaa abiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa kaleessaa balaa abiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbuu ibsame.
Magaalichatti guyyaa kaleessaa balaan abiddaa…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhimmoota biyyaalesaa garaagaraarratti Paartilee Siyaasaa waliin…
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa dhimmoota biyyaalesaa garaagaraarratti Paartilee Siyaasaa waliin mari’achaa jira.
Waltajjichaan…
Naannoon Somaalee baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni walakkaa ol akka ragga’uuf murtoo dabarse
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Kaabineen naannoo Somaalee walga’ii gaggeesseen baajanni dabalataa Birriin miiliyoonni 500 akka ragga’uuf murtoo dabarseera.
Baajanni dabalataa kun…
Naannoo Oromiyaatti bara kana projektoonni Invastimantii kumni 3 fi 588 murtaa’uun gara…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2014 qofatti projektoonni Invastimantii kumni 3 fi 588 murtaa'uun gara hojiitti seenuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii…
MM Abiy Ahimad Biraaselsitti hoggantoota Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Beeljiyeem Biraaselsitti hoggantoota Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Israa’eel baroota kan lakkoofsisee fi seenaa qabeessadha-Ityoophiyaatti…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allebal Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’eel kan ta’aan obbo Alaaliny Adimaasuu waliin…
Godina Gujii Lixaatti Biqiltuun ganna dhufu dhaabbatu miiliyoonnni 34 ol qophaa’uu ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Godina Gujii Lixaatti Biqiltuun ganna dhufu dhaabbatu miiliyoonnni 34 ol qophaa’uu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise.
Ganna dhufu Biqiltuu…
Weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar godina Kiilbatii Raasutti gaggeesseen lammiileen…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) - Weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar godina Kiilbatii Raasutti gaggeesseen lammiileen kumni dhibbi 3 qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'uu…