Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar godina Kiilbatii Raasutti gaggeesseen lammiileen…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) - Weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar godina Kiilbatii Raasutti gaggeesseen lammiileen kumni dhibbi 3 qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'uu…
Rakkoo Dubartootaa fi daa’immanirra ga’u ittisuuf qooda fudhattoonni qindoominaan…
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Rakkoo Dubartootaa fi daa'immanirra ga'u ittisuuf qooda fudhattoonni qindoominaan hojjechuu akka qaban ibsameera.
Jilli Ministira…
MM Abiy Ahimad Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa Yuuttaa Arpiilaaynaa waliin mari’ataniiru.…
Aanaa Dillotti namoota kuma 29 oliif deeggarsi midhaan nyaataa ariifachiisaa dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) -Godina Boranaa Aanaa Dillotti namoota kuma 29 oliif deeggarsi midhaan nyaataa ariifachiisaan dhiyaachaa jiraachuu ibsameera.
Godinichatti…
Ityoophiyaan tumsa diinagdee biyyoota ollaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Ministeera Alaa
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan tumsa diinagdee biyyoota ollaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Gamtaa Awurooppaa Chaarles Miisheel waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Gamtaa Awurooppaa Chaarles Miisheel waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa…
MM Abiy Ahimad Beeljiyeem Biraasiilsi galan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Beeljiyeem Biraasiilsi galaniiru.…
Naannoo Somaaleetti daandiin cirrachaa Birrii miiliyoona 155 hojjetame tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Daandiin Cirrachaa Hartisheek - Harshiin Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 55’n hojjetame eebbifamuun…
Hawaasa godinichaa hongeerraa dandamachiisuuf aanaa Taltalleetti proojektiin Birrii miiliyoona 23…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni miti mootummaa Mana Amantaa Makaana Iyyesuus hawaasa godina Booranaa hongeerraa dandamachiisuuf aanaa Taltalleetti proojektiin Birrii…
Sababa hanqina dhiyeessa boba’aan torbee tokkoof oomisha dhaabee kan ture Warshaan Sukkaaraa…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Sababa hanqina dhiyeessa boba’aan torbee tokkoof oomisha dhaabee kan ture Warshaan Sukkaaraa Fincaa’aa irra deebiin oomisha eegaluu…