Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomishinni qamadiin jallisii marsaa 1ffaan naannoo qilleensa gammoojjummaa qabanitti faca’e…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Oomishinni qamadii jallisii marsaa 1ffaan lafa hektaara kuma dhibba 3 kuma 52 olirratti faca'e naannoo qilleensa gammoojjummaa qabanitti faca’e…
Naannoo Amaaraatti namoonni miiliyoonni 11.6 deeggarsa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sababa walitti bu’iinsaan namoonni miiliyoonni 11.6 deeggarsa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu Komishiniin Hoggansa Ittisa…
Bineensotaa bosonaa Paarkii Biyyaaleessa Booranaa keessaatti argaman miidhaarraa baraaruuf …
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Bineensotaa Bosonaa Paarkii Biyyaaleessa Booranaa keessaatti argaman miidhaa hongeerraa baraaruuf carraaqiin taasifamaa Jiraachuu ibsameera.…
Boordichi paartileen siyaasaa yaa’ii waliigalaa gaggeessuun sanadoota fooyya’uu qaban baatii tokko…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartileen siyaasaa yaa’ii waliigalaa gaggeessuun sanadoota fooyya’uu qaban fooyyeessuun yeroo baatii 1 hin caalle…
Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin Paarkii Agroo-Indaastirii fi Indaastirii Faashiniin waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Xaaliyaaniin Paarkii Agroo-Indaastirii fi Indaastirii Faashiniin waliin hojjechuuf waliigaluu ibsameera.
Ministirri Ministeera…
Warshaan Daabboo Shaggar torbanoota darban irraa kaasee daabboo dhiyeessaa kan hin jirre ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar torbanoota darban irraa kaasee hawaasaaf daabboo dhiyeessaa kan hin jirre ta’uu ibsame.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet…
Nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa mirkaneessuuf labsii yeroo ariifachiisaa kaasuun tarkaanfii…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa mirkaneessuuf labsii yeroo ariifachiisaa kaasuun tarkaanfii sirrii ta’uu Turk ibsite.
Manni…
Ityoophiyaatti tasgabbaa’uu dhabuun dirree siyaasaa seera kabachiistotaa fi dhaabbilee haqaatti…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti tasgabbaa’uu dhabuun dirree siyaasaa seera kabachiistotaa fi dhaabbilee haqaatti qormaata cimaa ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa …
Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo dorgomaa fi hawwataa taasisuuf ga’een Institiyuutichaa olaanaa ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo karaa saayinsaawaa fi bilchina qabuun gaggeessuun dorgomaa fi hawwataa taasisuuf ga’een Institiyuutii Qo'annoo fi…
Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa "USAID" deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibseera.
Deeggarsichi lammiilee hongeen…