Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT naannoo Amaaraatti lammiilee nagaaratti ajjeechaa dabalatee yakkoota garaagaraa raawwachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti lammiilee nagaaratti ajjeechaa dabalatee yakkoota garaagaraa raawwachuu Amiinast Internaashinaal…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii uummataa deebisuuf qophiidha-Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa gaaffii bu’uraa uummataa deebisuuf qophiidha jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala ijaarsa…
Magaalaa Baatuutti meeshaaleen Shiishaa gubaman
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Baatuutti sakatta'iinsa yeroo garaagaraa taasifameen meeshaalee Shiishaa dargaggoota badii garaagaraatiif kakasan gubateera.…
Rasaasni kumni 19 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)-Rasaasni kumni 19 fi 447 fi shugguxiin 3 ka’umsa isaa naannoo Amaaraa iddoowwan adda adda taasisuun karaa seeraa ala daddabarfamaa ture to’anna jala…
Nageenya saaybari eeguuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaa dhimmota nageenya saaybarii eegsisuuf dandeessisaan irratti waloon hojjechuuf hoggantoota…
Leenjiin dargaggoota mata duree ”Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf” jedhun…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dargaggoota mata duree ''Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf'' jedhun gaggeeffamaa jira.
Leenjiichi dargaggoota…
Manni Marichaa wixinee labsii lama raggaasiise
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii lama sagalee caalmaan…
Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen mallattaa’eera.
Fooyya’insi proojektii bishaan dhugaatii…
Biirichii fi Abbaan Taayitichaa waliigaltee hojii waliif mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa Saayinsii fi Teeknoolojii Oromiyaa waliigaltee hojii waliif mallatteessaniiru.…
Yakkamaan Aagituu Guddataa ajjeese adabbii cimaa waggaa 20 adabame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Manni Murtii Tireentoo dhaddachaa guyyaa kaleessaa ooleen yakkamaa dhalattuu Ityoophiyaa kan taatee Aagituu Guddataa mana isheetti burruusan haleeluun…