Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa biyyoota lamaanii socho’an waloon ittisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa socho’an waloon ittisuuf kan hojjetan ta’uu hoggantoonni olaanoon damee…
Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera.
Tibba kana Finfinnee fi…
Abbootii qabeenyaa Turkii waliin Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti tumsaan hojjechuuf waliigalame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti mootummaa waliin tumsaan hojjechuuf adeemsa Warshaa dhaabuu eegaluuf…
Dooktar Fitsuum Asaffaa hogganaa Inistiityuutii Groowz Griin Gloobaal waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa daayreektara Inistiityuutii Groowz Griin Gloobaal Afrikaa fi Awrooppaa Dooktar…
Bulchiinsi magaalichaa Siinoodoosi dhaabbii mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ate
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Siinoodoosii dhaabbii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ateera.
Dhimma…
Daandiin qilleensichaa har’a Balallii Tookiyoo – Naaraataan kallattiin ni eegala
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa har’a Tookiyoo – Naaraataanitti ballallii kallattii kan eegalu ta’uu beeksise.
Daandiin Qilleensaa…
Magaaloonni qulqullina magaalaatin raawwii gaarii galmeessan 15 badhaafaman
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Sagantaa babaldhinaa bu’uuraalee misooma magaaloota 2ffaan sadarkaa biyyoolessaatti magaaloota qulqullina magaalaatin raawwii gaarii galmeessisaan 15…
Meeshaan waraanaa adda addaa kumni 18 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Rasaasnii fi Shugguxii kumni 18 ol gara Goondar seenuuf ture to’annaa jala ooluu qajeelchi poolisii giddugala Goondar ibseera.
Itti gaafatamaa…
Manni Marichaa labsii yeroo ariifachiisaa kaase
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen labsii yeroo ariifachiisaa kaaseera.
Manni Maree Bakka Bu’oota…
Naannoon Somaalee humnoota nageenya booressuuf socho’aaniif kan hin obsine ta’uu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoon Somaalee humnoota nageenya booressuuf naannichaa keessaa socho’aaniif kan hin obsinee fi taarkaanfii seeraa qabeessa akka fudhatuu…