Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomisha bara 2015f kan oolu xaa’oo biyyoo galchuun eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Oomisha bara 2015f kan oolu xaa’oo biyyoo Meetirik Toonii kuma 60 alaa galchuun eegalamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Bara oomishaa 2015f…
Oromiyaatti muduraalee sanyii filatamaa gabaa alaaf dhiyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti muduraalee sanyii filatamaa gabaa alaaf dhiyeessuun sharafaa alaa argamsiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroo Qonnaa…
Godinichatti hawaasni Gumuz kumni 10 sababa rakkoo nageenyaan qe’eesaaniirraa baqatanii turan…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Naannoo Beenishaangul Gumuz godina Matakkalitti hawaasni Gumuz kumni 10 sababa rakkoo nageenyaan qe’eesaaniirraa baqatanii turan gara qe’ee isaaniitti…
Hongee godinichatti mudateen walqabatee qaamoleen garaagaraa deeggarsa akka taasisan jiraattonni…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Hongee godina Booranaatti mudateen walqabatee qaamoleen garaagaraa deeggarsa taasisaa turanis miidhaa qaqqabsiiseen walbira qabamee yoo ilaalame ga’aa…
Jiraattonni Magaalaa Nageellee qaamolee nageenyaa garee Shororkeessaa Shanee dhabamsiisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Godina Gujiitti Jiraattonni Magaalaa Nageellee qaamolee nageenyaa qindoominaan garee Shororkeessaa Shanee godiinicha Keessaa dhabamsiisuuf…
Godinni Jimmaa godina Baaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Godinni Jimmaa godina Baaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 11 fi kuma dhibba 4tti shallagamu taasise.…
Dhaabbileen barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuun lammii Ogummaan ga’oome horachuu qabu-…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Dhaabbileen barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuun lammii Ogummaan ga’oome horachuu akka qaban hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa…
Naannoon Oromiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii damee Finfinnee ijaarsa manneen barnootaaf waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii damee Finfinnee ijaarsa proojeektoota manneen barnootaaf waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalticha…
Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa biyyoota baha Afrikaa haala raawwii dirqama Somaaliyaarratti…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa biyyoota baha Afrikaa haala raawwii dirqama Somaaliyaarratti mari’ataniiru.
Itaamaajoor Shuumiwwan Waliigalaa…
Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu fi saaniteeshiniirratti rakkoolee muudatan furuuf mariin…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)-Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu fi saaniteeshiiniirratti waldaa dhaabbilee ijaarsa waliin rakkoolee muudatan…