Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa ibidda naannoo daangaa Paarkii gaarreen Baaleetti ka’e to’achuuf yaaliin taasifamaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Balaa ibiddaa naannoo daangaa Paarkii gaarreen Baaleetti ka’e to’achuuf yaaliin taasifamaa jiraachuu Biiroo Eegumsa Bosonaa fi Bineensota Bosonaa…
Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa- MM Abiy Ahmad
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad.
Kaayyoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Hongee naannoo Somaaleetti mudate dandamachiisuuf boolla bishaanii qotuuf mootummaa naannichaa…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Hongee naannoo Somaaleetti mudate dandamachiisuuf boolla bishaanii qotuuf mootummaa naannichaa waliin qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Prezdaantiin…
Dandeettin Ejensii Nageenya Odeeffannoo yaaliiwwan haleella Saaybarii ittisuu %96 qaqqabe-Dr…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)- Dandeettin Ejensii Nageenya Odeeffannoo yaaliiwwan haleella Saaybarii ittisu %96 qaqqabu Daayreektarri Olaanaa Ejensichaa Dooktar Shuumatee Gizaaw…
Hidhattoonni gosa Muurlee daangaa ce’uun hawaasarratti miidhaa akka hin qaqqabsiisneef hojjetamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Naannoo Gambeellaa aanaa Akoobootti hidhattoonni gosa Muurlee Sudaan Kibbaarraa ka’uun daangaa ce’uun hawaasarratti miidhaa akka hin qaqqabsiisneef…
Naannoon Oromiyaa naannolee ollaa waliin walitti dhufeenyaan nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjecha…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannolee ollaa waliin walitti dhufeenyaa fi hariiroo Ummataa cimsuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu…
Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa hawaasaa fi abbootii amantaa Ityoophiyaa Kuwaataritti argaman…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa hawaasaa fi abbootii amantaa Ityoophiyaa Kuwaatar Dohaatti argaman waliin dhimmoota garaagaraatti…
Naannichatti haalli nageenyaa hojiilee misoomaa idilee hojjechiisuu danda’u jira- Biiroo…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Naannoo Amaaraatti haalli nageenyaa hojiilee misoomaa idilee hojjechiisuu danda’u jiraachuu hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannichaa obbo…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa odaa seenaa Faayinaansii Ityoophiyaa -MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa umrii waggaa 80 kan qabu odaa seenaa Faayinaansii Ityoophiyaati Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Rakkoolee…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaaf of qopheessuu qaba -MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Gamoo Baankii Daldala Ityoophiyaa eebbisiisaniiru.
Sirna eebbaa kanarratti Ministiroonni, Hoggantoonni…