Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Godina Baalee jiraattoota Baalee Bahaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Godina Baalee jiraattoota Baalee Bahaatti hongeen miidhamaniif midhaan nyaataa kuntaala kuma 1 qopheessuun geejjibsiiseera.
Aanaalee…
Obbo Abbeen keessummoota eebba gamoo Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaarratti argaman…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Baankii Daldalaa Ityoophiyaa obbo Abbee Saanoo keessummoota eebba gamoo Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaarratti argaman…
Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa sirnoota gargaraatin eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa handhuura Finfinneetti ijaarame, abbaan darbii 53 sirnoota garagaraatin eebbifameera.
Sirna…
Guyyaan Reediyoo idil addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC)- Reediyoon Ityoophiyaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa waliin tamsaan guyyaa Reediyoo idil addunyaa kabajaa jira.
Daayreektarri abbaa…
ABUT naannoo Affaaritti haleellaa qaqqabsiisaa jiru cimsee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar godina Kilbaatii Raasuutti haleellaa qaqqabsiisaa jiru cimsee itti fufuu jiraattoonni himaniiru.
Gareen kun…
Waldichi lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Waldaan Misooma Oromiyaa lammiilee Gammoojjiwwan Oromiyaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa fi akaaku taasiiseera.
Waldichi deeggarsa…
Naannoo Somaaleetti hongee muudate hordofee adeemsi baruu fi barsiisuu adda cituu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Naannoo Somaaleetti hongee mudate hordofee godinaalee naannichaa hedduu keessatti adeemsi baruu fi barsiisu adda cituu, Biiroon dhimmoota…
Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan sirna kabaja Raayyaa Ittisaa Ugaandaa 41ffaarratti hirmaataniru
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan affeerraa Preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Muuseeviinii…
Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa handhuura Finfinneetti ijaarame, sirna addaan eebbifamuu ibsameera.
Gamoon kun“boca…
Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaaattii waggoottan shanan itti aanan keessatti oomisha Bunaarraa argamu dachaan dabaluuf hojjatamaa jiraachuu obbo Shimallis Abdiisaan…