Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa mootii Abbaa Jifaar daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad adeemsa haaromsa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar daawwataniiru.
Masaraan Mootii Abbaa Jifaar umrii waggaa 144 kan…
Godinichatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu Waajjirri Kominikeeshinii Mootummaa…
Godina Jimmaa fi naannawaa Jimmaatti qonna avokaadoo fi muuzii kilaasteraan misoomee fi horsiisa…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Godina Jimmaa fi naannawaa Jimmaatti qonna avokaadoo fi muuzii kilaasteraan misoomee fi horsiisa kanniisaa naanna'uu daawwachuu Muummeen Ministiraa…
Qajeelchi olaanaan Gamtaa Loojastiiksii Raayyaa Ittisaa waraana gaggeeffamaa ture keessatti qooda…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Miseensota Gamtaa Loojastiksii Raayyaa Ittisaa duula gaggeeffame keessatti raawwii hojii olaanaa galmeessaniif beekkamtii fi Guddinni sadarkaa…
ABUT carraa nageenyaa laatameefitti kan hin fayyadamne taanaan yeroo kamiiyyuu tarkaanfii irra…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT carraa nageenyaa mootummaan laatameefitti kan hin fayyadamne taanaan yeroo kamiyyuu tarkaanfii irra deebii hin qabne…
Kutaan magaalichaa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Kutaan magaalaa Lammii Kuraa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu beeksiiseera.
Kutaan magaalaa Lammii Kuraa…
Duulli talaallii Covid -19 marsaa 2ffaan akka milkaa’u miidiyaalee fi hoggansi tumsa…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Duulli talaallii Covid -19 marsaa 2ffaan Gurraandhala 7, 2014 eegalee gaggeeffamu akka milkaa'u miidiyaalee fi hoggansi tumsa barbaachisu akka…
Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture 478 eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota ogummaa Fayyaa fi Muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 478 eebbisiiseera.
Koolleejjii Saayinsii Fayyaa…
Misoomni bunaa fi qamadiin jallisii kilaasteraan Godinaa Jimmaattti misoomaa jiru bu’aa gaarii…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Misoomni bunaa fi qamadiin jallisii kilaasteraan Godina Jimmaa fi naannawaa magaalaa Jimmaatti misoomaa jiru bu'aa gaarii argamsiisuu Muummeen…
Godinni Arsii lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 18.6tti tilmaamamu taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Godinni Arsii lammiilee Godina Baalee Bahaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 18.6tti tilmaamamu…