Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu aanaa Saqqaa Coqorsaatti Muuzii kilaasteraan dhaabbatee fi…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa Muuzii kilaasteraan dhaabbatee fi…
MM Abiy Ahimad Godina Jimmaa aanaa Geeraatti daawwannaa hojii misooma taasiisaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Godina Jimmaa aanaa Geeraatti Ooyruu qonnaan bulaa daawwachaa jiraachuu ibsameera.…
Attaasheewwan waraanaa biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif dhimmoota…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa Attaasheewwan waraanaa biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif dhimmoota waqtaawaarratti ibsi laatameera.…
Daandiin qilleensichaa torbee lamaan darban Abaaboo foxxoqqii miiliyoona 110 biyyoota garaagaraatti…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa torbee lamaan darban Abaaboo foxxoqqii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona10 biyyoota garaagaraatti…
Leenjiin Hoggantoota Olaanoo Federaalaa Paartii Badhaadhinaaf guyyoota arfan darbaniif laatamaa ture…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) - Leenjiin Hoggantoota Olaanoo Federaalaa Paartii Badhaadhinaaf guyyoota arfan darbaniif laatamaa ture xumurameera.
Waltajjichi hoggansa ga’umsa…
Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu misooma Qamadii jallisii aanaa Qarsaa daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) -Jilli Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuutiin durfamu sochii misooma qamadii Godina Jimmaa aanaa Qarsaa daawwateera.…
Daa’immaan hidhattoota Murleen ukkaamsaman gadi lakkiisiiisuuf qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) - Naannoo Gaambeellatti Daa'immaan hidhattoota Murleen ukkaamsaman gadi lakkiisiiisuuf Poolisiin Federaalaa fi Qaamoleen nageenyaa naannichaa…
Gurma’iinsi Dubartoota naannoo Oromiyaa godina Baaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Gurma’iinsi Dubartoota naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Madda Walaabuutti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii…
Manni maricha miseensota Boordii hojii raawwachiiftuu Addis Miidiyaa Neetwark ta’uun dhiyaatan…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnse miseensota Boordii hojii raawwachiiftuu dhaabbata Addis Miidiyaa Neetwark ta'uun dhiyaatan raggaasiise.
Haaluma…
Manni Maree Magaalichaa muudama walitti qabdoota koreewwan dhaabbii fi miseensotaa raggaasise
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1 bara hojii 3ffaa gaggeessaa tureen muudama Walitti qabdoota koreewwan dhaabbii fi Miseensotaa…