Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni godina Buunnoo Beddeellee horsiisee bultoota godina Booranaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Buunnoo Beddeellee horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 4.5 taasisaniiru.…
Hariiroon Amantaalee hundaa waliin qabnu hariiroo dhaabbatummaa fi qajeeltoo Seekulaariizimii…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Hariiroon Amantaalee hunda waliin qabnu hariiroo dhaabbatummaa fi qajeeltoo Seekulaariizimii eegudha jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Rasaasni karaa seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 9 ol to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Rasaasni karaa seeraan ala konkolaataatti fe’amuun daddabarfamaa ture kumni 9 ol to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa Finfinnee ibseera.
Rasaasni…
Carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qabeenya Humna Namaa, Bobbii…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa Mana Barumsaa Bultii Addaa…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa Mana Barumsaa Bultii addaa Baaroo jalqabsiiseera.…
Waldaan Abukaatota Oromiyaa hongee godinaalee Oromiyaa tokko tokkotti muudateef deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Waldaan Abukaatota naannoo Oromiyaa Qindeesummaa Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaatin lammiilee Godina Baalee, Baalee bahaa fi Booranatti ho\ongeen…
Miseensonni dhaabbii qulqulluu Sinoodoosii kibxata dhufu bulchiinsa magaalichaa waliin ni mari’ata
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Miseensonni dhaabbii qulqulluu Sinoodoosii kibxata dhufu bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin kan mari’atu ta’uu ibsame.
Mana Amantaa Tawaahidoo…
Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo ijaaruuf dhagaan Bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo Beenishaanguul Gumuuzi fi Oromiyaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa…
Preezdaant Shimalliis Abdiisaan magaalaa Asoosaa galaan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru.
Preezdaantichi Buufata Xiyyaaraa…
Wixineen seeraa HR 6600 jedhamu Ityoophiyaa ilaalchisee qophaa’e akka hin raggaane sochiin eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Wixinee seeraa Ityoophiyaa ilaalchisee Miseensota Paartii Kongirensii Diimookiraatootaa fi Rippaablikaanootaan qopha’e akka hin raggaane…