Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kolfee Qaraaniyoo naannoo Kaampii Chaayinaatti balaan ibiddaa qaqqabe to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo naannoo Kaampii Chaayinaatti balaan ibiddaa qaqqabe to’atameera.
Balaan ibiddaa kun sheedoota…
Preezdaant Shimallis Mana Barnootaa Ifaa Boruu magaalaa Gambeellaatti ijaarramuuf dhagaa bu’uuraa…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Boruu magaalaa Gambeellaatti…
Naannoon Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaa naannolee lamaanii waggoottan shanaan dhufaaniirratti waloon hojjechuuf…
Misoomni qamadii jallisii yeroo gabaabaa keessatti wabii nyaataa mirkaneessuu dandeessisa- Obbo…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Misoomni qamadii jallisii bonee yeroo gabaabaa keessatti wabii nyaataa mirkaneessuu fi jireenya lammiilee fooyyessuu kan dandeessisuu ta’uu…
Jiraattoonni magaalichaa deeggarsa dhaabbilee barnoota waraanaan miidhamaaniif ooluu taasisan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Ministeerri Barnoota dhaabbilee barnoota barbada’aan deebisee dhaabuuf karoora qabateen hojii sagantaa deeggarsa sassabuu kun waajjira olaanaa…
Adda maraan tokkummaa Ityoophiyaa eeguu fi eegsisuun adeemuun dhaggeeffatamummaa mirkaneessa- Obbo…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhiibbaawwan alaa Ityoophiyaarra ga’an tokkummaan qolachuurra darbee sadarkaa biyyaalessaatti tattaaffiin nageenya fi guddina waaraa fiduuf eegalame…
Dhaabbanni gargaarsaa Giloobaal Aliyaans mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Loogiyaa baba’lisuufi…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni gargaarsaa Giloobaal Aliyaansi jedhamu baasii Birrii miiliyoona 10niin Naannoo Affaarritti mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Loogiyaa…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan magaalaa Gaambeellaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan magaalaa Gaambeellaa galaniiru.
Preezdaantichi buufata xiyyaaraa magaalaa Gaambeellaa wayita…
Sagantaan galateeffannaa koree waloo nageenyaa fi tasgabbii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Sagantaan galateeffannaa koree waloo nageenyaa fi tasgabbii federaalaa gaggeeffamaa jira.
Korichi taateewwan biyyoolessaa fi idil addunyaa…
Dargaggoonni carraa hojii umamuuf sirnaan itti fayyadamuu akka qaban Ministeerichi beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Dargaggoonni carraa hojii umamuuf sirnaan itti fayyadamuu akka qaban Ministeerri Hojii fi Kalaqaa beeksiseera.
Appilikeeshiniin diijataala qaamolee…