Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eksipoo Dubaayitti mariin damee qonnaa Ityoophiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Eksipoo Dubaay 2020tti mariin damee qonnaa Ityoophiyaarratti gaggeeffame.
Waltajjicharratti kan hirmaatan Komishinarri Komishinii Invastimantii…
Raayyaan Ittisa Biyyaa nu kunuunsee tajaajila wal’aansa fayyaaf nu ga’eera – Miidhamtoota
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa nu kunuunsee tajaajila wal’aansa fayyaaf nu ga’eera du’arraas nu baraareera jedhan dubartoonni godina Walloo garee shororkeessaa…
Meeshaaleen seeraan alaa Shugguxii 397, rasaasoonni 69, Sadafiin kiilaashii 13 fi kilaashiin tokko…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Meeshaaleen seeraa alaa Shugguxiin 397, rasaasoonni 69, Sadafiin kiilaashii 13 fi kilaashiin tokko to’anna jala ooluu waajjirri Poolisiin aanaa…
Duulli hoteelootaa fi ga’uumsoota tuuristii barbada’aan deebisanii dhaabuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Duulli Mata duree ‘ogummaa kiyya biyyaa kiyyaaf’ jedhuun hoteelootaa fi ga’uumsoota tuuristii garee ABUT’tiin barbada’aan deebisanii dhaabuu eegaleera.…
Namni kamiyyuu eeyyama osoo hin fudhatiin hojii maallaqa walitti qabuu akka hin hojjenne dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Namni kamiyyuu eeyyama osoo hin fudhatiin koree hojii tola ooltummaa hundeessuun hojii maallaqa walitti qabuu akka hin hojjenne dhorkamuu Abbaan…
Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuu biiliyoona 4.2 ol dhaabuuf hojjetamaa jira- Biiroon qonnaa…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuu biiliyoona 4 fi miiliyoona dhibba 2 ol dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Dhaabbanni Inshuraansii Awaash ijaarsa hidha haaromsa guddichaaf bittaa boondii Birii miiliyoona 36…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Waldaa Aksiyoona Inshuraansii Awaash ijaarsa hidha haaromsa guddichaaf bittaa boondii Birii miiliyoona 36 taasise.
Dhaabbatichi wagga…
Gareewwan Shanee fi ABUT waliin dhabamsiisuuf akka hojjetana preezdaantoonni naannolee Oromiyaa fi…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa magaalaa Baahir Daariitti marii gaggeessaniiru.
Marichaan boodas ibsa laataniin haalota waqtaawaa…
Ministeerri Pilaanii fi Misooma karoora guyyoota 100 dhaabbilee mootummaarratti mari’ate
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Ministeerri Pilaanii fi Misooma karoora guyyoota 100 yeroo itti aanuu dhaabbilee mootummaarratti mari’ateera.
Waajjirichi marii isaa, karoorri…
Ambaasaaddar Nabiil Mahaadiin gorsaa nageenyaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Tuut Gaatluuk waliin…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Mahaadiin gorsaa nageenyaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Tuut Gaatluuk waliin mari’atan.
Ambaasaaddar…