Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee qaamolee waamicha biyya fudhachuun adda waraanaatti gama maraan hirmaatan…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee waamicha biyya fudhachuun lubbuu isaanii, humnaasaanii, qabeenyaasaanii, beekumsaa fi…
Hidhattoonni gosa Muurlee Sudaan Kibbaarraa ka’uun naannoo Gambeellaa Kaampii baqattootaarratti…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Hidhattoonni gosa Muurlee Sudaan Kibbaarraa ka’uun daangaa ce’uun naannoo Gambeellaa Kaampii baqattootaarratti haleellaa raawwachuu Prees…
Ministeerri Barnoota Ityoo Teeleekoom waliin waliigaltee galii sassaabuu mallateesse
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Ministeerri Barnoota Ityoo Teeleekoom waliin waliigaltee galii sassaabuu mallateesseera.
Waliigalticha kan mallateessan Ministirri Ministeera…
Hindiin daldalaan, Invastimantii fi muuxannoo qooduun michuu amanamtuu Ityoophiyaati- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Hindiin daldalaan, Invastimantii fi muuxannoo qooduun michuu amanamtuu Ityoophiyaa ta’uu Hindiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulugeetaa ibsan.…
Naannoon Oromiyaa naannoo Amaaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa naannoo Amaaraatti lammiilee sababa waraanaatin miidhamaniif kan ooluu deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.
Preezdaantiin…
Yaa’iin Idilee Mana Maree magaalaa Finfinnee eegale
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)-Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa raawwii karooraa bulchiinsa magaalichaa…
Preezdaant Shimallis Baahir Daar galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Baahir Daar galan.
Preezdaant Shimallis Baahir Daar buufata Xiyyaaraa Balaay Zallaqaa wayita…
Yuunvarsiitichi Gurraandhalaa 30, 2014 eegalee barattoota idilee simachuu kan jalqabu ta’uu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walloo Gurraandhalaa 30, 2014 eegalee barattoota idilee simachuu kan eegalu ta’uu beeksiiseera.
Yuunvarsiitichi…
Aartiist ‘Giraand P’ Paarkii Tokkummaa daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Namoota hedduun ‘Giraand P’ jedhamuun kan beekkamu lammiin Giinii Aartiist Muusaa Saandiiyaanaa Kaabaan Paarkii Tokkummaa daawwateera.…
Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti jila ergamaa addaa Gamtaa…