Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti buqqa’aniif deeggarsa namoomaa toonii kuma 2 ol taasiifte
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti sababa waraanaan buqqa’aniif midhaan nyaataa deeggarsa namoomaaf oolu Toonii kuma 2 fi 160…
Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan kan barbachisu ta’uu…
Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Ministeera Magaalaa fi…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Preezdaantonni naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuz haala yeroorratti waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dookatr Yiliqaal Kaffaalaa fi Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadiilii Hasan haala yeroorratti waliin…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita magaalaa…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee isaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame.
Daayreektarri Preesii fi sabquunnamtii…
Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan Ityoophiyaatti raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu Olaantuu Dhaabbata Mootummoota…
Aanaalee Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee 6 keessatti hojiin misooma Sululaa hojjetamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee 6 keessatti hojiin misooma Sululaa hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Birrii miiliyoona 50 naannoo Afaariif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Birrii miiliyoona 50 ummata naannoo Afaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa taasiiseera.…
Proofeesar Birihaanuun Ambaasaaddara Raashiyaa waliin damee barnootaan haala hariiroo biyyoota…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) –Ministirri Minsteera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu Naggaan Ambaasaaddara Raashiyaa Iivgeet Tarkiin waliin gama damee barnootaan haala hariiroo Etyoo-…