Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan har’aa eegaluun Istaadiyeemii Dirree Dawaatti ni taphatamu jedhame.
Haaluma…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun barreessituu DhMG daa’imman garee shororkeessaa ABUTiin…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun barreessituu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad naannoo Afaar hospitaala…
Obbo Awwal Aarbaan DhMG ummata naannichaaf deeggarsa akka taasiisu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dabalatee dhaabbileen idil addunyaa ummata naannichaaf…
ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii biiliyoona 1.6tti…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii biiliyoona 1.6tti tilmaamamu barbadeessuu…
Gareen shororkeessaa ABUT Maqdalaa Ambaa Yuunvarsiitiirra miidhaa Birrii biiliyoona 1. 2…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Maqdalaa Ambaa Yuunvarsiitiirra miidhaa Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona dhibba 2 qaqqabsiisuu isaa qorannoon mirkaneessuu…
Jilli Preezdaant Saahilawarqiin durfamu Samaraa gale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee, Itti aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Preezdaantii duraanii Naayijeeriyaa…
Aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)-Naannoo Beenishaanguul Gumuuz aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu Biiroo bulchiinsa nageenyaa naannichaa…
Obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu barreessituu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu barreessiituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota…
Obbo Musxaafee Mahaammad Jila Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammad Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaatti itti gaafaatamaa Ityoophiyaa kan ta’aan…
Faransaayiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraa Seenaataroota biyyattiif haala waqtaawaa…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Faransaayiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraa Seenaataroota biyyattii fi miseensoota koree dhaabbii hariiroo alaaf haala waqtaawaa…