Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ifoomeera.
Dhaabbanni miti…
Waldaan Michummaa Ityoo- Sudaan Waariin aadaa Magaalaa Kaartumitti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Waldaan Michummaa Ityoo- Sudaan jedhamu Imbaasii Ityoophiyaa Sudaanitti argamu waliin ta’uun Waarii aadaa Magaalaa Kaartumitti qopheesse.
Sirna…
Baankiin Oromiyaa Wiirtuu Leenjii fi Konveenshinii Magaalaa Galaanitti ijaarsisuuf hojii Dizaayinii…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Baankiin Oromiyaa Wiirtuu Leenjii fi Konveenshinii sadarkaasaa eeggate Lafa Hektaara 15 irratti Magaalaa Galaanitti ijaarsisuuf hojii Dizaayinii…
Yuunvarsiitiin Hawaasaa Yuunvarsiitiwwan sadiif deeggarsa Birrii miiliyoona 14tti tilmaamamu…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Hawaasaa Yuunvarsiitiwwan sadiif deeggarsa Birrii miiliyoona 14tti tilmaamamu akaakuun taasiisuu ibsame.…
Magaalaa Limmuu Gannatitti balaan ibiddaa qaqqabe to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Gannatitti balaan abiddaa qaqqabe to'atamuu poolisiin ibseera.
Balaan abidda tasaa kun guyyaa har'aa naannoo sa'atii…
Hongee Gaanfa Afrikaa muudateef deeggarsi namoomaa Doolaarri miiliyoonni 327 kan barbaachisu ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Hongee Gaanfa Afrikaa muudateef deeggarsi namoomaa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 kan barbaachisu ta’uu Dhaabbanni…
Darbii 53 kan qabatee gamoon Baankii Daldalaa Ityoophiyaa haaraan Dilbataa dhufuu ni eebbifama
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa ayyaana hundeeffamaa waggaa 80ffaa fi eebba gamoo haara olaanaa waajjiricha ilaalchisee ibsa laateera.
Preezdaantiin…
Yuunvarsiitiin Waldiyaa Wiixata dhufuu barattoota simatee barsiisuu ni eegala
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Waldiyaa Wiixata dhufuu barattoota simatee barsiisuu kan eegaluu ta’uu preezdaantiin Yuunvarsiicha Dooktar Abbabaa Girmaa ibsaniiru.…
Hospitaalli Kombolchaa gara tajaajilaatti deebi’uu hordofee tajaajilamtootaaf aaragalfii…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Sababa waraanaatiin miidhaa fi samichi hamaan kan irra ga’ee Hospitaalli waliigalaa Kombolchaa tajaajila laachuu eegaluun tajaajilamtootaaf aaragalfii…
Hawaasni Godina Buunnoo Beddellee jiraattoota Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaaniin…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Hawaasni Godina Buunnoo Beddellee fi dhaabbileen garagaraa Jiraattoota Godina Booranaa sababa hongee miidhamaniif miidhaan nyaataa fi marga horii…