Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni Godina Buunnoo Beddellee jiraattoota Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaaniin…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Hawaasni Godina Buunnoo Beddellee fi dhaabbileen garagaraa Jiraattoota Godina Booranaa sababa hongee miidhamaniif miidhaan nyaataa fi marga horii…
Hongeen naannoo Somaaleetti muudate hanga Baatii Eebilaatti itti fufuu danda’a – Obbo Musxafee…
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Hongeen naannoo Somaaleetti muudate hanga Baatii Eebilaatti itti fufuu akka danda’u Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad…
Proojektiin Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Baha Afrikaa giddu gala qorannoo ijaaraa jiraachuu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Proojektiin Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Baha Afrikaa Doolaara miiliyoona dhibba 3 oliin Giddu Gala Qorannoo ijaaraa jiraachuu beeksiseera.…
Hoggantoota olaanoo Federaalaa Paartii Badhaadhinaaf leenjiin ijaarsa dandeettii laatamuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Hoggantoota olaanoo Federaalaa Paartii Badhaadhinaaf leenjiin ijaarsa dandeettii laatamuu eegaleera.
Kaayyoon waltajjii kana hoggansa ga’umsa…
Jilli mootummaa Naayjeeriyaan Paarkota Indaastirii daawwataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Muuxannoo wal jijjiiruuf jilli mootummaa Naayjeeriyaa Ityoophiyaa gale Paarkota indaastirii daawwataa jira.
Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa…
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garee shororkeessaa Shaneef ergamuuf turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garee shororkeessaa Shaneef ergamuuf turan to’atamuu ibsame.
Namni dhuunfaa Godina Addaa Naannawaa Finfinnee magaalaa…
Miidiyaa cimaa Afrikaan barbaadu dhugoomsuuf waliin hojjechuu barbaachisa- Gaazexeessitoota
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Miidiyaa cimaa Afrikaan barbaadu dhugoomsuuf waliin hojjechuu barbaachisaa ta’uu gaazexeessitoonni yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun Barreessaa DhMG Amiinaa Mahaammad Lammiilee buqqa’an…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun Barreessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad naannoo Somaaleetti hongee mudateen lammiilee…
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Murtoo garaagaraa dabarsuu Biiroon Kominikeeshinii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hogganaan Biiroo…
Daandiin Qilleensichaa balallii gara Baahir Daarii fi Goondariin addaan kutee ture eegalu beeksise
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Baahir Daarii fi Goondariin addaan kutee ture eegalu beeksiseera.
Daandiin qilleensicha guyyaa kaleessa…