Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ammayyummaan duudhaalee aadaa ka’umsa hin godhanne kophaa isaa biyyaa fi dhaloota ijaaruu hin…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ammayyummaan duudhaalee aadaa ka’umsa hin godhanne kophaa isaa biyyaa fi dhaloota ijaaruu hin danda’u jechuun Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Obbo Malaakuu Allabal jila mootummaa Naayjeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal jila mootummaa Naayjeeriyaa waliin mari’atan.
Jilichi gara Ityoophiyaa kan dhufeef Paarkii…
Preezdaantiin Seeraaliyoon Waajjira olaanaa Eejansii Nageenya Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Seeraaliyoon Juuliiyaas Maadaa Baayoo fi jilli isaanii Waajjira olaanaa Eejansii Nageenya Odeeffannoo daawwataniiru.
Daayreektarri…
Maaykiroo Inveestimant Gruuppiin hongee godinaalee Booranaa fi Gujiitti muudateef deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Maaykiroo Inveestimant Gruuppiin hongee godinaalee Booranaa fi Gujiitti muudateef deeggarsa marga beelladoota Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu…
Muummeen Ministira Abiy Ahimad gita isaanii Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorweey Joonaas Gaahirsitoor waliin hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota garagaraarratti…
Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)-Jilli Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichaan preezdaantitti dabalatee itti aantuu…
Manneen barnoota miidhaan irra ga’ee fi barbada’aan deebisanii dhaabuuf Birrii biiliyoona 100 ol…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti waraanaa fi sababoota garagaratin manneen barnoota miidhaan irra ga’ee fi barbada’aan deebisanii dhaabuuf Birrii biiliyoona 100 ol akka…
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan milkaa’inaan xumuramee hirmaattonni nagaan gara…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan milkaa’inaan xumuramee hirmaattonni yaa’ichaa nagaan gara biyyasaaniitti deebi’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Hoggantoonni Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa 35ffaarratti hirmaachaa turan gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa 35ffaarratti hirmaachaa turan gaggeeffamaniiru.
Preezdaantiin Soomaliyaa Mahaammad…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii Eevaariistee Daayishiimiiyee waliin mari’atan.
Marisaaniitiin haala hariiroo fi deeggarsa…