Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Burundii Eevaariistee Daayishiimiiyee waliin mari’atan.
Marisaaniitiin haala hariiroo fi deeggarsa…
Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa investimantii Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamte
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa inveestimantii 2022 Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamteetti.
Dandeetti investimantii cimaa fi…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota garaagaraa yaa’icharratti hirmaatan waliin…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaatan waliin mari’ataniiru.…
Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Preezdaantii Seeneegaalii fi Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa gara biyya isaaniitti deebi’an.…
Dura taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Muummee Ministiraa Abiy Ahimad galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Dura taa'aan yeroo Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal yaa'iin Gamtaa Afrikaa milkiin akka gaggeeffamu tattaaffii taasiisaniif Muummee…
Aadde Adaanach Paatiriiyaariik Abunee Maatiyaas waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paatiriiyaariikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Abunee Maatiyaas waliin mari'ataniiru.…
Yaa’iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hirmaattoonni gara biyya…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Yaa'iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hoggantoonni yaa'icharratti hirmaataan gara biyya isaanii deebi'aa jiraachuu ibsameera.…
MM Abiy Ahimad qaamolee Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin akka…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Yaa'iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaan karaa nagaa fi milkiin akka xumuramu gumaacha taasiisan…
MM Abiy Ahimad Preezdaant Uhuuruu Keeniyaataa fi Maakii Saal waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa fi kan Seeneegaal Maakii Saal waliin dhimmoota waloo garaagaraarrati …
Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.
Sababa haala…