Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Sababa haala qilleensaan balalliin gara Goondarii fi Bahaar Daaritti taasiifamu gufachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.
Sababa haala…
MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaan dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban…
Waldaan Abukaatotaa Naannoo Oromiyaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggersa taasise
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Waldaan Abbukaatotaa Naannoo Oromiyaa, horsiise bultoota godinaalee Oromiyaa hongeen miidhamaniif deeggersa Birrii miiliyoona 2 fi Kuma dhibba 1 ol…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa fi Zimbaabuwee waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa Muhaammaduu Buhaariii fi kan Zimbaabuwee Eemarsan Minaangawaagaa waliin dhimmoota hariiroo…
Sochii karaa seeraan alaa aangoo qabachuuf Afrikaa keessatti taasifamu fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Sochii karaa seeraan alaan aangoo qabachuuf Afrikaa keessatti taasifamu fudhatama kan hin qabne ta'uu Gamtaan Afrikaa ibse.
Dhimmi nagaa fi tasgabbii…
Afrikaatti jijjiirrama qabeenya qilleensaa ittisuu fi dhiibbaa isaa dandamachuuf tarsiimoon…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Afrikaatti jijjiirrama qabeenya qilleensaa ittisuu fi dhiibbaa isaa dandamachuuf waggoottan lamaan itti aanaan hojiitti kan hiikkamu tarsiimoon qophaa'uu…
Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing ergaa baga geessanii Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing ergaa baga geessanii Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa dabarsaniiru.
Gamtichi erga hundaa'ee waggoota…
Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa hawaasa Godina Booranaa hongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa Bulchiinsa Magaalota garaagaraa waliin ta'uun hawaasa Godina Booranaa hongeenm Midhaaniif deeddarsa nyaata…
Yaa’iin Hoggantoota gamtaa Afrikaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Yaa'iin Hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaan oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera.
Hoggantoonni yaa'ichaa dhimmoota murteessoo ardii Afrikaarratti…
Biyyoonni qabeenya Afrikaa saamuuf yaadan yeroo ammaa fudhatamummaa hin qaban – Maakii Saal
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Biyyoonni qabeenya Afrikaa saamuuf yaadan yeroo ammaa fudhatamummaa hin qaban jedhan Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal.…