Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyoonni qabeenya Afrikaa saamuuf yaadan yeroo ammaa fudhatamummaa hin qaban – Maakii Saal
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Biyyoonni qabeenya Afrikaa saamuuf yaadan yeroo ammaa fudhatamummaa hin qaban jedhan Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal.…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa cinaatti Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeessiinaa waliin…
Obbo Dammaqaan itti aanaa Ministira Alaa Raashiyaa Mikaa’eel Boogdaanoov waliin…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aanaa Ministira Alaa Raashiyaa Mikaa'eel Boogdaanoov…
Hoggantoonni Afrikaa yaa’ichaan haala tasgabbii fi nageenya Afrikaa mirkaneessuun…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Hoggantoonni Afrikaa Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachaa jiran haala tasgabbii fi nageenya Afrikaa mirkaneessuun danda'amurratti mari'achuu…
Feestivaalli tapha aadaa fardaa aanaa Barraak magaalaa Sandaafaa Bakkeetti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Qopheessuummaa bulchiinsa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetiin Feestivaallii Gugsii Fardaa 'tapha aadaa fardaa misooma turizimiitiif' jedhuun…
Rakkoo damee Turizimiin akka ardichaatti muudate furuuf Afrikaanoonni tokkummaan dhaabbachuu qabna…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa hordofee Rakkoo damee Turizimiin Ardii Afrikaa muudate furuuf Afrikaanoonni tokkummaan dhaabbachuu fi waldeeggaruutu…
Qonna Magaalaatti fayyadamuun jiruuf jireenya keenya fooyyeffachaa jirra – jiraattoota…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Qonna Magaalaatti fayyadamuun jiruuf jireenya keenya fooyyeffachaa jirra jedhan jiraattonni Magaalaa Mattuu.
Godina Iluu Abbaa Boor bulchiinsa Magaalaa…
Hirmaattoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf sagantaan affeerraa Irbaataa Paarkii Michummaatti…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Yaa'ii Hogganta Gamtaa Afrikaa sababeeffachuun hirmaattoota yaa'ichaaf sagantaan affeerraa Irbaataa Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira.…
Hoggantoonni yaa’iichaarratti yaadoota tokkummaa Afrikaa cimsan kaasaniiru –…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Hoggantoonni Afrikaa Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaatan yaadoota tokkummaa Afrikaa cimsanii fi rakkoo ardichaa sirreessuu fi jijjiiruu danda'an…
Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti guyyaa tokkotti Bittaan Boondii Birrii miiliyoona1 olii raawwatame
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti Guyyaa Tokkotti Bittaan Boondii Birrii miiliyoona1 fi kuma 30 raawwatamuu ibsameera.
Ijaarsa…