Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti guyyaa tokkotti Bittaan Boondii Birrii miiliyoona1 olii raawwatame
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti Guyyaa Tokkotti Bittaan Boondii Birrii miiliyoona1 fi kuma 30 raawwatamuu ibsameera.
Ijaarsa…
MM Abiy Ahimad Preezdaantota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantota Jibuutii, Zaambiyaa, Somaaliyaa akkasumas Ittaanaa Barreessaa DhMG waliin mari’ataniiru.
Muummeen…
Dargaggoota 489 shaakala hojii jalqabsiisuuf leenjiin ogummaa Jireenyaa marsaa jalqabaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Mootummaan Federaalaa Baankii Addunyaa waliin ta’uun wabii nyaataa magaalotaa fi proojektii hojii shaakala hojii dargaggoota 489 leenjiin ogummaa Jireenyaa…
Dargaggootni beekumsaa fi humna isaanii waan gaariif olchuun ijaarasa biyyaa keessaatti gaheesaanii…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Dargaggootni beekumsaa fi humna isaanii waan gaariif olchuun ijaarasa biyyaa fi hawaasaa keessaatti gaheesaanii bahachuu qabu jedhan Ministir Deetaan…
Yaa’icharratti hoggantoonni biyyootaa fi dhaabbileen idil addunyaa argamuun haala yeroo Ityoophiyaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hoggantoonni biyyoota hedduu fi dhaabbileen idil addunyaa argamuun haala yeroo Ityoophiyaa addunyaatti kan…
Jiraattoonni Aanaa Dandii Uummata Oromoo hoongeen miidhamaa jiraniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) Godina Shawaa Lixaatti jiraattoonni Aanaa Dandii uummata Oromoo hoongeen miidhamaa jiraniif deeggarsa midhaan nyaataa kumtaala 400'tti taasisuu bulchiinsi…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti baallii sammuu nama haddochuu kiiloogiraamni 610 to’atame
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaa ganda Jobbaatti baallii sammuu nama haddochuu kiiloogiraamni 610 to’atame.
Baalli sammuu nama hadoochu kun eeruu…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti Dhaabbata raabsaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) Jilli Preezdaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti Dhaabbata raabsaa 'Boba'aa Afrikaa' eebbisiiseera.
Dabalataanis…
Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal Dura taa’aa Gamtaa Afrikaa ta’uun hoggansa fudhatan
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Seeneegal Maakii Saal Dura taa'aa Gamtaa Afrikaa ta’uun itti gaafatamummaa hoggansaa Preezdaantii Riippaabiliika Dimokiraatawaa Koongoo…
Hawaasni Idil Addunyaa nageenyaa fi misooma Afrikaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuu qaba- Muusaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Hawaasni Idil Addunyaa nageenyaa fi misooma Afrikaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuu akka qabu Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…