Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa DhMGtti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu qabdi- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Sochiin gaaffii Afrikaan Mana Maree Nageenyaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii keessatti argachuu cimee itti fufuu akka qabu Muummeen Ministiraa Abiy…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti Mana Maxxansaa Meelbaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti Mana Maxxansaa Meelbaa daawwateera.
Manni Maxxansichaa baajata Birrii biiliyoona 1 fi…
Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan Magaalaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Preezdaantichi…
Jiilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti proojektiiwwan misoomaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Jiilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Galaanitti proojektiiwwan misoomaa daawwateera.
Jilich hojiilee qonna magaalaa fi invastimanti qonnaan…
Yunvarsiitiin Arsii barattoota damee ogummaa fayyaan barsiisaa ture 155 eebbisaa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Arsii Espeeshalistoota Fayyaa 31 fi Ogeeyyii Fayyaa 124 walumaa galatti ogeeyyii 155 eebbisaa jiraachuu ibsame.
Dabalataanis…
Ministirri Dhimma Alaa Gibtsi Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Gibtsii Saamii Shuukrii yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirichi buufata…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaa milkaa’aa taasisuu keessatti ga’een uummata magaalaa keenyaa olaanaadha- Aadde…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Yaa’ii Gamtaa Afrikaa milkaa’aa taasisuu keessatti ga’een uummata magaalaa Finfinnee olaanaa ta’uu kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamu har'a Waajjira Muummee gamtichaa Magaalaa Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti…
Dura ta’aa yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo fi Dura ta'aan yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa…
Filannoon kaadhimamtoota Komishinarootaa sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu yaallameera…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Adeemsa kaadhimamtoota Komishinaroota maree biyyaalessaa filachuuf adeemame keessatti sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu tattaaffiin taasiifamuu Af…