Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannoon kaadhimamtoota Komishinarootaa sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu yaallameera…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Adeemsa kaadhimamtoota Komishinaroota maree biyyaalessaa filachuuf adeemame keessatti sabdaneessuummaa Ityoophiyaa akka hammatu tattaaffiin taasiifamuu Af…
Akkaatuma karoora Humni waloo nageenyaa kaa’een yaa’iin gamtichaa nageenya isaa eegee…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Akkaatuma karoora Humni waloo nageenyaa kaa'een yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan nageenya isaa eegee gaggeeffamaa jiraachuu koreen Qindeessaa…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Aljeeriyaa Ambaasaaddar Raamaayaan waliin…
Ityoophiyaa fi Jarman hojiilee dhiyeessii Bishaanii fi Anniisarratti tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Jarman Isteefan Awarni waliin mari'ataniiru.…
Preezdaantiin Niijer Mahaammad Baazuumii fi Giddu Gala Ripabliika Afrikaa Proofeesar Agaang…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Niijer Mahaammad Baazuumii fi Giddu Gala Ripabliika Afrikaa Proofeesar Agaang Toondaaraan yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti…
Muummeen Ministiraa Filisxeem Mohaammad Shittaay Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Filisxeem Mohaammad Shittaay Finfinnee galaniiru.
Mohaammad Shittaay wayita Buufata Xiyyaaraa idil adfunyaa Boolee ga'an Ministira…
Muummeen Ministiraa Chaad Albart Paahiimii Paadaakeen Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa Yaa’ii Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu isaanii itti fufaniiru.
Haaluma kanaan Muummeen Ministiraa…
Obbo Dammaqaa Makonnin humna atoomii misoomaaf fayyadamuuf Ejensiin Atoomik Inarjii Idil Addunyaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara olaanaa Ejensiin Atoomik Inarjii Idil Addunyaa…
Maqaan Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaaf eeramanii ifoome
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ummanni yaada akka itti laatuuf maqaa Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaa 42 ifoomse.…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuun itti…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuun itti fufeera.
Haaluma kanaan Preezdaantiin…