Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuun itti…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuun itti fufeera.
Haaluma kanaan Preezdaantiin…
Oromiyaatti Qormaanni kutaa 12ffaa laatamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Qorumsi biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 yeroo kennametti sababa nageenyyaan booddeetti hafuun Amajjii 24 -27, 2014 laatamaa ture xumurame.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 23tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Guyyoota 2 darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 23tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa Ityoophiyaa beeksise.…
Lammiilen Ityoophiyaa 80 Libaanos irraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Lammiilen Ityoophiyaa sanada seeraa malee biyya Libaanos turan 80 gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Waajjirri Qonsilaa FDRI Libaanositti waajjira…
Yuunvarsiitiiwwan Walloo, Maqdallaa Ambaa fi Waldiyaa baatii Guraandhalaa keessa hojii ni eegalu-…
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiiwwan Walloo, Maqdalaa Ambaa fi Waldiyaa garee shororkeessaan saamamanii fi barbadaa’anii turan jalqaba baatii Guraandhalaa keessa barattoota…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaa jiru
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa guyyaa boruu eegalu irratti hirmaachuuf hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa'ii Gamtaa Afrikaaf Finfinnee galaa…
Jiraattoonni Godina Arsii Lixaa ummata Booranaa hongeen midhaaniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii Lixaa ummata Booranaa hongeen midhaaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaa kuma 1 fi 700 ol taasiisan.
Midhaan nyaataa…
Kaameeruun Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Kaameeruunii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Ijipti rukkuttaa bilisaan injifachuun tapha Waancaaf…
Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru.
Yaa'iin hoggantoota…
Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru.
Yaa'iin…