Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru.
Yaa'iin…
Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Isaatuu Tooraay Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Jilli Itti aanaa…
Kaadhimamtoota Komishinarummaaf eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Kaadhimamtoota Komishinarootaa Maree biyyaalessaa akka hogganan maloota garaagaraan eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama jedhame.
Boru…
Yaa’ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Yaa'ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340 Finfinnee galuu ibsameera.
Weerara Covid-19 booda yeroo…
Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegale- Biiroo Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegaluu Biiroon Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee beeksiise.
Lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 98f…
Koreewwan sassaabbii deeggarsaa naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 22 fi kuma 600 laatan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Koreewwan sassaabbii deeggarsaa deeggarsa walitti qaban Birrii miiliyoona 22 fi kuma 600 naannoo Afaariif dabarsanii laataniiru.
Koreewwan kunneen…
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan jalqabamee hanga xumuramutti sochiin Mootar Saayikilii…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaan jalqabamee hanga xumuramutti sochiin Mootar Saayikilii dhorkamuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise.
Humni Waloo…
Ambaasaaddar Mallas Alam Keeniyaatti Daayrektara Olaantuu Waajjira DHMG waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mallas Alam Keeniyaatti Daayrektara Olaantuu Waajjira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Zaaynab Hawaa…
Godinichatti baatiiwwan 7n darbanitti dargaggoota kuma 78 fi 630f carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti baatiiwwan 7n darbanitti dargaggoota kuma 78 fi 630f carraan hojii uumamuu Waajirri carraa hojii uumuu fi ogummaa godinichaa beeksise.…
Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa naannoo Amaaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa dhaabbilee itti waamamoo waliin ta’uun naannoo Amaaraatti lammiilee gocha garee shororkeessaa…