Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo- Teelekoom hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaaf tajaajila garaagaraa maallaqa biyyota alaan…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ityoo- Teelekoom hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaaf tajaajila garaagaraa Doolaaraa, Yuuroo fi Dirihaamiin kennaa jiraachuu ibse.
Ityoo- Teelekoom…
Yaa’ii Mana Marechaa cinaatti Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa waliin mariin…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Yaa’iin Mana Maree Hoji raawwachiiftota Gamtaa Afriikaa 40ffaa gaggeeffamaa jiruun cinatti Ministiroota Dhimma alaa Tuuniziyaa, Morookoo fi Komooros…
Ministirri Dhimma Alaa Eeritiriyaa yaa’ii Ministiroota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Eeritiriyaa Osmaan Saaleehi yaa’ii hoggantoota Afrikaa 35 fi Yaa’ii Mana Maree hojii raawwachiistota Gamtaa Afrikaa 40ffaarratti…
Baankiin Oromiyaa fi Giloobaal Alliyaans lammiilee hongeen miidhamniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Baankiin Oromiyaa fi dhaabbanni Giloobaal Alliyaans lammiilee hongeen miidhamniif deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee Birrii miiliyoona 10tti…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Osmaan Jeeraandee waliin…
Yeroo gabaabaa keessatti hawaasa miidhame deggaruun jijjiiram qilleensaa uumame qolchuuf hojjechuun…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Yeroo gabaabaa keessatti hawaasa miidhame deggaruun jijjiiram qilleensaa uumame qolachuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Afrikaa rakkoo hanqina Nyaataa keessaa basuuf miseensonni Gamtichaa cimani hojjechuu qabu jedhame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Afrikaa rakkoo hanqina Nyaataa keessaa basuu fi Wabii nyaataa Uummata ardichaa mirkaneessuuf miseensonni Gamtichaa cimani hojjechuu qabu jedhame.…
Miseensota Ajaja kaabaaf sagantaan badhaasa Meedaaliyaa fi sadarkaa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Miseensota Ajaja kaabaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sagantaan badhaasa Meedaaliyaa fi sadarkaa kennuu magaalaa Humraatti gaggeeffamuu ibsame.…
Jaarmiyaaleen Dargaggoota Oromiyaa godinaalee hongeen miidhaman deeggaruuf waamicha dhiyyeessan
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Jaarmiyaaleen Dargaggoota Oromiyaa godinaalee hongeen miidhaman deeggaruuf waamicha dhiyyeessaniiru.
Hawwaasa rakkoof saaxilamee qaqqabuuf koreewwaan…
Baatiiwwan ja’an darbanitti galmeen himannaa kuma 4 fi 630 addaan cituu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Baatiiwwan ja’an darbanitti sababa himatamtoonnii fi ragaan dhiyaachuu dhabaniif galmeen himannaa kuma 4 fi 630 addaan cituu Ministeerri Haqaa beeksise.…