Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan ja’an darbanitti galmeen himannaa kuma 4 fi 630 addaan cituu ibsame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Baatiiwwan ja’an darbanitti sababa himatamtoonnii fi ragaan dhiyaachuu dhabaniif galmeen himannaa kuma 4 fi 630 addaan cituu Ministeerri Haqaa beeksise.…
Hambaalee Ityoophiyaa eeguu fi dandeettii ogeeyyii hambaalee guddisuurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Faransaay, Ispeen, Poorchuugaal fi Moonaakootti Ambaassaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraan preezdaantii mana maree Siidaawwanii fi bakkeewwan seenaa…
Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Aanaa Xiyoo Ganda Kataaratti Oomisha qamadii jallisiin misoome…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu godina Arsii aanaa Xiyoo ganda Kataaratti Oomisha qamadii jallisiin misoome daawwate…
Ityoophiyaan dhiibbaa biyyoota tokko tokkorraa itti aggaamamee turerra darbuu kan dandeesse…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dhiibbaa biyyoota tokko tokkorraa itti aggaamamee turerra darbuu kan dandeesse deeggarsa Afrikaanotaani jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa…
Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiin durfamu Godina Booranaa gale
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiin durfamu Godina Booranaa galeera.
Jillichi wayita Boorana gahu Abbooti Gadaa fi Hawaasa godinchaan simatameera.…
Obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa’ii Mana Maree Ce’umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa'ii Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa waliin mari'ataniiru.…
Finfinneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa simachuuf qophoofteetti-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)–Muummeen Ministira Abiy Ahimad Magaalaan Finfinneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa simachuuf qophoofteetti jedhaniiru.
Muummeen Ministira…
Ityoophiyaatti mamoonni dabalataa 315 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)– Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 315 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Qaamoleen hawaasa garaagaraa aramaa bocee Hara Dambal dhabamsisuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamoleen Hawaasaa garaagaraatiin duulli aramaa bocee hara Dambal weerare dhabamsisuu itti fufeera.
Hanga ammatti duula…
Godina Wallaggaa Lixaatti miseensoonni Shanee 37 waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa Aana Gaanjiitti waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf miseensoonni Shanee 37 harka laachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa…