Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Wallaggaa Lixaatti miseensoonni Shanee 37 waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa Aana Gaanjiitti waamicha Abbootiin Gadaa taasisaniif fudhachuuf miseensoonni Shanee 37 harka laachuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa…
Dhaabbileen garaagaraa raayyaa ittisa biyyaa fi buqqaatoota naannoo Affaarif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Inistityuutin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa, Ministeerri Indaastirii fi Daldalaa naannawaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif…
Abbootiin qabeenyaa fi daldaltoonni godina Gujii horsiisee bultoota hongeen miidhamiif deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa fi Daldaltoonni Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Shaakkisoo fi Aanaa Oddoo Shaakkisoo deeggarsa Birrii miiliyoona 4 ol horsiisee…
Dooktar Liyaa fi Ambaasaaddarri Xaaliyaan damee fayyaa cimsuuf marii gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaan Agoostinoo Paalsee damee fayyaa cimsuuf marii gaggeessaniiru.
Marii isaaniitin…
Boordichi sanada qajeelfama mariin Paartilee gidduutti taasiifamu itti durfamu raggaasiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Sanadni Qajeelfama marii paartilee siyaasaa, Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Paartileen siyaasaa bara 2011 raggaasiisanii turan…
Obbo Dammaqaan gita isaanii Namiibyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Itti aantuu Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma…
Afrikaa Badhaate arguuf walitti bu’iinsa ardichatti uumaman maksuun barbaachisaadha – Veeraa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Afrikaa Badhaate arguuf walitti bu’iinsa ardichatti uumaman maksuun barbaachisaa ta’uu Itti aantuu Barreessituu olaantuun Dhaabbata…
Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf daandiiwwan cufamanii fi sararoonni filannoo biraan ifooman
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf daandiiwwan cufamanii fi sararoonni filannoo biraan ifoomaniiru.
Daandiiwwan kunneen hanga hirmaattoonni yaa’ichaa…
Iddooleen dhaabbilee fi Imbaasiwwan Afrikaaf laataman saffisaan gara ijaarsatti akka galan deeggarsi…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Iddooleen dhaabbilee fi Imbaasiwwan Afrikaaf laataman saffisaan gara ijaarsatti akka galan Ityoophiyaan deeggarsa barbaachisu kan taasiiftu…
Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uuradha-Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uura ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misooma Dooktar Fitsuum Asaffaan…