Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uuradha-Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Jijjiirramni Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu ijaarsa diinagdee dijiitaalaaf bu’uura ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misooma Dooktar Fitsuum Asaffaan…
Naannoon Amaaraa naannoo Somaaleetti iddoolee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata horii taasise
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoon Amaaraa naannoo Somaaleetti iddoolee hongee miidhamaniif deeggarsa nyaata horii taasiiseera.
Hongee naannicha muudate dandamachuuf…
Gabaasni sagantaa damee misooma qonnaa Afrikaarratti xiyyeeffatee yaa’ii hoggantootaaf ni dhiyaata
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Gabaasni sagantaa damee misooma qonnaa Afrikaarratti xiyyeeffatee yaa’ii hoggantootaaf dhiyaachuun kan irratti mari'atamuu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti barattoota mana barnootaa Bu’ura Boruu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimaalis Abdiisaan durfamu magaalaa Adaamaatti barattoota mana barnootaa bu'ura Boruu Caffee fi Mana…
Injiinar Taakkalaan Ityoophiyaatti bakka buutuu dhaabbata misooma indaastirii DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan Ityoophiyaatti bakka buutuu dhaabbata misooma indaastirii Dhaabbata Mootummata Gamtoomanii…
Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru furuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru hiikuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu Komishinarri Komishinii Gamtaa…
Komishiniin Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee Godina Shawaa Kaabaaf Birrii…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Komishiniin Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee Godina Shawaa Kaabaa sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona…
Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegale
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegaleera.
Yaa’ichi bakka Ministiroonni biyyoota miseensa gamtichaa fi hoggantoonni…
Jilli Dooktar Yiliqaaliin durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Dhabbanni Gargaarsaa Waldaa Eegaree lammiilee Godina Baalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Dhabbanni Gargaarsaa Waldaa Eegaree lammiilee Godina Baalee hongeen miidhamaniif midhaan nyaataa kuntaa 200 deeggarsa taasiiseera.…