Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach qaamolee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa sababeeffachuun magaalaa Finfinnee miidhagsan…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaamolee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa sababeeffachuun magaalaa Finfinnee miidhagsan galateeffataniiru.…
Ministiroonni Dhimma Alaa Tuuniziiyaa, Maadagaaskaarii fi Keep Veerdi Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Ministiroonni Dhimma Alaa Tuuniziiyaa, Maadagaaskaarii fi Keep Veerdi Finfinnee galaniiru.
Hoggantoonni kunneen yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa…
Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa Finfinnee galuu itti fufan
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa Yaa'ii hoggantaa Gamtaa Afrikaa 35ffaa fi Walga'ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu 40ffaarratti hirmaachuuf…
Jilli Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Preezdaantii Suudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardaat waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon durfamu Preezdaantii Suudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardaat waliin mari’ate.…
Ummanni Naannoo Amaaraa Horsiise Bultoota godina Booranaa fi Baaleef deeggarsa taasise
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ummanni Naannoo Amaaraa Horsiise Bultoota godinota Booranaa fi Baaleef deeggarsa taasise
Ummanni Naannoo Amaaraa horsiise bultoota hongeen…
Bara oomishaa bara 2014/15’f xaa’oo biyyee gara biyyaa galchuun eegalame
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Bara oomishaa bara 2014/15’f xaa’oo biyyee gara biyyaa galchuun eegalamuu ibsame.
Dooniin xaa’oo meetirik toonii kuma 64 fe’e ganama har’aa buufata…
Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kaanaadaa Joobiin waliin mari’atan.
Dooktar Yiliqaal fi …
Daandiin qilleensa Ityoophiyaa guyyaa hardhaa xiyyaaraa Booyiing 737 balalii eegalchiise
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa irra deddeebiin nageenyummaa isaa erga mirkaneessee fi yeroo lama yaalii erga taasiseen booda xiyyaaraa Booyiing 737 guyyaa…
Obbo Dammaqaa Makonnin ergamaa addaa gaanfa Afrikaa Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin ergamaa addaa gaanfa Afrikaa Faransaay Ambaasaaddar Fireediriik…
Godinota Qeellam Wallagaa fi Wallagga Lixaatti qorumaanni kutaa 12ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Godinota Qeellam Wallagaa fi Wallagga Lixaatti sababa rakkoo nageenyaan dheeratee kan ture qorumaanni kutaa 12ffaa guyyaa har’aa kennamuu eegaluu…