Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinota Qeellam Wallagaa fi Wallagga Lixaatti qorumaanni kutaa 12ffaa kennamaa jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Godinota Qeellam Wallagaa fi Wallagga Lixaatti sababa rakkoo nageenyaan dheeratee kan ture qorumaanni kutaa 12ffaa guyyaa har’aa kennamuu eegaluu…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf ga’ee keenya ba’achuu qabna- Abbootii Amantaa
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Duudhaalee waliinii fi wal kabajuu keenya dargaggoota hubachiisuun dargaggoon waardiyyaa nageenyaa akka ta’uuf ga’ee keenya ba’achuu qabna jedhan Abbootiin…
Himatamaan matta’aa Birrii miiliyoona walakkaa fudhatee hidha umrii guutuun adabame
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Namni dhuunfaa Ministeera Galiiwwaniitti ogeessaa Odiitii ta’uun tajaajilaa ture matta’aa Birrii miiliyoona 1.5 fudhachuuf walii galee Birrii miiliyoona…
Ajajni Lixaa duulli seera kabachiisuu yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramuuf ga’ee olaanaa…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ajajni Lixaa caasaa garee shororkeessaa diiguun duulli seera kabachiisuu yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramuuf ga’ee olaanaa ba’achuu Fiildmaarshaal…
Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Dirree Dawaa waltajjii ijaarsa dandeetti hoggansaa gaggeessu eegale
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Dirree Dawaa waltajjii ijaarsa dandeetti hoggansaa gaggeessu eegaleera.
Waltajjicharratti Kantiibaan bulchiinsa magaalaa…
Yaa’iin hundeeffama Kookasii dubartootaa filatamoo marsaa 6ffaa Mana maree Bakka Bu’oota Uummataan…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Yaa’iin hundeeffama Kookasii dubartootaa filatamoo marsaa 6ffaa Mana maree Bakka Bu’oota Uummataan gaggeeffamuu ibsame.
Kookasichi waggaa shan shaniin…
Magaalaan Jimmaa lammiilee godina Baaleetti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata taasise
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Magaalaan Jimmaa lammiilee godina Baaleetti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata taasiseera.
Kantiibaan Magaalichaa obbo Najiib Abbaa Raayyaa…
Ajajni Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaa qaamolee dula garaagaraatti deeggarsa taasisaniif sagantaa…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ajajni Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaa qaamolee fi kutaalee hawaasaa dula garaagaraatti deeggarsa taasisaniif sagantaa beekamtii kennuu gaggeessuu ibsame.…
Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Bahaatti oppireeshinii gaggeeffameen miseensoonni Shanee 49…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Godinaalee Qellem Wallaggaa fi Wallaggaa Bahaatti oppireeshinii gaggeeffameen miseensoonni Shanee 49 ol qabamu Komishiniin Poolisii naannoo Oromiyaa…
Dhangaggaa’ummaa biyyee hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- BQO
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhangaggaa'ummaa biyyee hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas…