Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaammanni nageenya odeeffannoo tajaajila elektirooniksii mootummaa eegsisu qophaa’aa jiraachuu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Imaammanni nageenya odeeffannoo tajaajila elektirooniksii mootummaa eegsisu qophaa’aa jiraachuu ibsameera.
Imaammatichi tattaaffii tajaajilawwan…
Hawaasa daldalaa fi naannolee obbolaarraa Birrii miiliyoonni 776 walitti qabe- Naannoo Somaalee
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Naannichatti lammiilee sababa hongeen miidhaman deeggaruuf hawaasa daldalaa fi naannolee obbolaarraa Birrii miiliyoonni dhibbi 7 fi miiliyoonni 76 walitti…
Gareen shororkeessaa ABUT qocholloo naannoo Afaar irratti taasisu akka dhaabuuf jiraattonni godina…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT qocholloo naannoo Afaar irratti taasisu akka dhaabuuf jiraattonni godina Gabiirasuu aanaa Gawwaanee hiriira ba’uun gaafatan.…
Obbo Ahimad Shiideen MMinistira Ministeera Maallqaa Saawud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Ministira Ministeera Maallqaa Saawud Arabiyaa Mahaammad Biin Abdallaahii Aal Jaadaan waliin…
Aanaa Gobbaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Godina Baalee aanaa Gobbaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbu poolisiin aanichaa beeksiseera.
Balichi kan qaqqabee aanaa Gobbaa maqaa…
Ministeerri Magaalaa fi Bu’uura Misooma magaaloota waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uura Misooma Ityoophiyaanootaa fi dhalattoota Ityoophiyaa wamichaa biyyaa fudhachuun gara biyyaa dhufaan waliin Hootela Iskaay…
Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii laatamu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii akkadaamii giddugalaa hoggansa Afrikaatti laatamu eegaleera.…
Obbo Musxafeen hoggantoota olaanoo tajaajila proojektii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)-Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota olaanoo tajaajila proojektii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’ataniiru.…
Injinar Taakkalaa Uumaan damee invastimantii albuudaarratti Ambaasaaddaroota Ingilizii fi…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan damee invastimantii albuudaarratti Ambaasaaddara Ingilizii Dooktar Alaastaayir Maachifeelii fi…
Eebbifamtoota sagantaa duraa hundaaf qormaanni darbiinsaa kennamuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Qulqullina barnoota sadakaa olaanoo fooyyessuuf eebbifamtoota sagantaa duraa hundaaf qormaanni darbiinsaa kennamuuf ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.…