Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen bilisummaan akka socho’aniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Abbaa Taayitaa…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen bilisummaan akka socho’aniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa ibse.
Abbaan taayitichaa…
Naannoo Oromiyaatti invastimantii diinagdee sharfuu eegalan %50 ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti invastimantii diinagdee sharfuu eegalan %50 ta'uu Biiroo Invastimatiifi industiirii Oromiyaa beeksise.
Fooramiin abbootii qabeenya…
Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkatti osoo hin kennamiin hafe laatamu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkatti osoo hin kennamiin hafe Amajji 24 hanga 27 bara 2014'tti laatamuu eegaluu Biiroon…
Nageenya amansiisaa mirkaneessuuf dhimmoota farra nageenyaa ta’an qulqulleessuu barbaachisa-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Nageenya amansiisaa mirkaneessuuf dhimmoota farra nageenyaa ta’an qulqulleessuu kan barbaachisu ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar…
Ministiroonni Dhimma Alaa Jibuutii, Afrikaa Kibbaa, Seeneegaal, Liibiyaa fi Mooriitaaniyaa Finfinnee…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Ministiroonni Dhimma Alaa Jibuutii, Afrikaa Kibbaa, Seeneegaal, Liibiyaa fi Mooriitaaniyaa Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’ii mana mare…
Obbo Mahaammadraafii Abbaa Raayyaa Ministira deetaa gorsaa Imaammataa dhimma alaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Obbo Mahaammadraafii Abbaa Raayyaa Ministir deetaa gorsaa Imaammataa dhimma alaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad ta’uun muudamusaanii waajjirri Muummee…
Komiishinar Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)-Komiishinarri Komiishinii Invatsimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaassadara Jaappaan Itoo Taakakoo waliin mari’ataniiru.
Carraa fi…
Ministiroonni dhimma Alaa Somaaliyaa, Chaad, Kaameeruunii fi Kootdivaayer Finfinne galan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Ministiroonni dhimma Alaa Somaaliyaa, Chaad, Kaameeruunii fi Kootdivaayer walga’ii mana Maree hojii raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 40ffaarratti…
Aanaa Habrootti torbee tokko keessatti yeroo 2ffaaf balaa konkolaataa mudateen lubbuu namaa fi…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 8 irra miidhaan qaqqabuu ibsameera.…
Qooda Aadaan, ogummaa fi Aartiin misoomaaf qabu guddisuuf hojjetamaa jira – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Qooda Aadaan, ogummaan harkaa fi Aartiin misooma hawaasummaa fi Diinagdeef qabu guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii…