Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Jimmaa Walloo Yuunvarsiitii deebisaanii ijaaruuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaa Walloo Yuunvarsiitii deebisaanii ijaaruuf kan oolu deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 10 olitti tilmaamamu…
Maree biyyaalessaarratti hawaasni hubannoo ga’aa akka horatan miidiyaaleen ga’ee isaanii ba’uu qabu…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Maree biyyaalessaarratti hawaasni hubannoo ga’aa akka horatan miidiyaaleen ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhameera.
Miidiyaaleen hojii…
Haaromsi mana tiyaatiraa angaftichaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kan argamu haaromsi mana tiyaatiraa angaftichaa xumurameera.
Bara 1927 biyya weerara diinaarra baraaruuf waldaa biyyoolessaa…
MM Abiy Ahimad mootummaa fi uummata Chaayinaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad mootummaa fi uummata Chaayinaaf ergaa bara haaraa baga geessanii dabarsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad bara…
Raayyaan Ittisa Biyyaa tokkummaa keessoo isaa cimsuu qaba- Jeneraal Baacaa Dabalee
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa tokkummaa keessoo isaa cimsuu akka qabu Qindeessaan ijaarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Baacaa Dabalee ibsan.
Jeneraal…
Bulchiinsi Dirree Dawaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3.5 taasiseera.
Magaalichi deeggarsa…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu Saawud Arabiyaatti daawwannaa hojiif taasisan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Saawud Arabiyaatti daawwannaa hojiif taasisuu ibsame.
Jilichi hoggantoota olaanoo…
Obbo Musxafeen DhMG jila qindeessitoota deeggarsa namoomaa Afrikaa Bahaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti jila qindeessitoota deeggarsa namoomaa Afrikaa…
Waltajjiin ijaarsaa hogganoota Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Waltajjiin ijaarsaa hogganoota Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjichi Sanada ‘Filatamuun…
Magaalaa Samaraa Loogiyaatti hiriirri balaaleffannaa gochaa badii garee shororkeessaa ABUT…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Samaraa Loogiyaa gochaa badii garee shororkeessaa ABUT jiraattoota Godina Kiilbatii Raasuurratti qaqqabsiisaa jiru…