Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiise
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa baajata dabalataa mootummaan dhiyaatee Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 22 raggaasiiseera.
Mootummaan…
Magaalichatti miseensota diyaaspooraa manneen jireenyaa waldaan ijaaruuf Doolaara miiliyoona 7…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti miseensota diyaaspooraa manneen jireenyaa waldaan ijaaruuf Doolaara miiliyoona 7 qusataniif bakki ijaarsaa kennamuu ibsame.
Bakki…
Yuunvarsitiin Waraabee Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa meeshaalee garagaraa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)-Yuunvarsitiin Waraabee, hojii Yuunvarsitii Waldiyaa eegalchiisuuf kan ooluu deeggarsa meeshaalee Birri miiliyoona 2.8 ol ta’uu gumaacheera.
Deeggarsoota…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Siwiidin waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Siwiidin Anii Liindii waliin dhimmoota…
Miseensonni Shanee 21 Aanaa Meettaa Walqixxeetti karaa nagaan harka laatan
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Godina Shawaa Lixaa aanaa Meettaa Walqixxeetti miseensonni Shanee 21 karaa nagaan harka laachuu waajjirri Dhimmoota Kominikeeshinii godinichaa beeksiise.…
Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti gaaffilee ka'aniif furmaata laachuuf gargaarurratti mariin gaggeeffameera.…
Komishiiniin Tuurizimii Oromiyaa waggoota shanan dhufanitti galii birrii Biiliyoona 5 argachuuf…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Komishiiniin Turizimii Oromiyaa waggoota shanan dhufanitti galii birrii Biiliyoona 5 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Komishiinichi waggoota…
Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa daddabarsaan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfa sadii karaa seeraan alaa rasaasa kilaashii kuma 5 fi 610 naannoo Amaaraa magaalaa Bahiir Daar irra gara Finfinneetti daddabarsaa turan…
Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa kan keessummeessinu qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf keessummoota dhufan irraa weerara Covid- 19 ittisuuf Protokoolii vaayrasii koroonaa sirnaan hojiirra…
Obbo Dammaqaan Mokkonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waajjirasaaniitti simachuu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa Abdii Sa’iid Muusee…