Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa kan keessummeessinu qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf keessummoota dhufan irraa weerara Covid- 19 ittisuuf Protokoolii vaayrasii koroonaa sirnaan hojiirra…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Dubaay addaan kutee ture Sanbata dhufuu akka eegalu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Dubaayiitti taasisuu addaan kutee ture Sanbata dhufuu akka eegalu beeksiseera.
Weerara vaayrasii…
Miseensonni diysaapoora waamicha fudhachuun gara biyyaa dhufaan sodaa balaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Miseensonni diysaapoora waamicha fudhachuun gara biyyaa dhufaan sodaa balaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasisuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu Saa’ud Arabiyaa gale
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Saa’ud Arabiyaa Riyaad galeera.
Jilichi turtii isaan dhimmoota waloo…
Diyaaspoorawwan godina Jimmaatti hojiiwwan misoomaa fi inveestimantii adda adda daawwatan
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Diyaaspoorawwan waamicha Ityoophiyaan taasifteef fudhachuun gara biyyaa dhufaan godina Jimmaatti hojiiwwan misooma fi inveestimantii adda adda…
Yuunvarsiitiin Arsii fi Yuunvarsiitiin Riiftiivaalii Kaampaasiin Asallaa fayyadamummaa hawaasarratti…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Arsii fi Yuunvarsiitiin Riiftiivaalii Kaampaasiin Asallaa fayyadamummaa hawaasarratti tumsaan hojjachuuf walii galtee…
Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuramuun hojiitti eegalamuu…
Muudamni Ambaasaaddarootaaf laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha-Ambaasaaddar…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)-Muudamni Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota 27’f laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha jechuun Dubbii Himaan…
Warshaalee garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’an keessaa 27 hojii oomishaa eegalan
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Warshaalee garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’an keessaa 27 hojii oomishaa eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksiise.
Jilli Ministeerri…
Aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Godina Booranaa aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu kiilo giiramni 800 ol Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubameera.
Ajajan Waajjira…