Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi tajaajila meetroloojii ammayyeessuuf Imbaasii Fiinlaand waliin nin hojjedha jedhe
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)-Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Ityoophiyaatti tajaajila meetroloojii ammayyeessuu Imbaasii Fiinlaand waliin hojjechuuf waliigaluu ibseera.
Deeggarsa…
ABUT deeggarsi namoomaa gara naannoo Tigraay akka hin galle guutumaa guutuutti uggure –…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa gara naannoo Tigraay akka hin galle guutumaa guutuutti ugguruu Dhaabbata Mootummoota…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee tajaajila hawaasaarratti xiyyeefannoo guddaa hojjeta ture –…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee tajaajila hawaasaarratti xiyyeefannoo guddaan hojjechaa turuu sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti…
Naannoon Harari lammiilee buqqa’aniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Naannoon Harari lammiilee weerara garee ABUT’tiin naannoo Amaaraati buqqa’aniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 7tti tilmamamu…
Konfiraansiin hubannoo Intelejeensii Artifishaalaarratti uumuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinisii fi Teeknooloojii Adaamaa keessatti ‘Intelejeensii Artifishaalaa’ hojjetamaa jiru irratti hubannoo uumuuf konfiraansii gaggeessaa…
Ityoophiyaan Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa bara kana qopheessuun ishee injifannoo…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa bara kana qopheessuun ishee injifannoo dippiloomaasii olaanaadha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii…
Godina Baaleetti oomishaa fi Oomishtummaa Bunaa dabaluuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Godina Baaleetti oomishaa fi Oomishtummaa Bunaa dabaluuf Biqiltuu Bunaa fooyyaa’aa miiliyoona 13.2 ol dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu…
Waltajjiin hariiroo seera raawwachiiftoota mootummaa federaalaa fi naannolee gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Waltajjiin hariiroo seera raawwachiiftoota mootummaa federaalaa fi naannolee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegalera.
Waltajjichaan dhimmoota…
Lafti hektaarri kumni 404 ol jallisiin misoome-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Lafti hektaarri kumni 404 ol jallisiin misoomu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen misooma jallisii marsaa…
Liigiin dargaggoota paartii Badhaadhinaa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf walitti qabe Birrii…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Liigiin dargaggoota paartii Badhaadhinaa raayyaa ittisa biyyaa deeggaruu fi jajjabeessuuf deeggarsa dargaggootarraa walitti qabe Birrii miiliyoona 10…