Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaaf humna waloo sarbama mirga namoomaa qulqulleeffaturratti ibsi…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa Ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatota biyyoota Awurooppaa garaagaraarraa walitti babba’aniif sarbama mirga namoomaa kaaba Ityoophiyaatti…
Ministeera Fayyaaf deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee Birrii miiliyoona 30tti tilmaamamu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministeera Fayyaaf vaayrasii koroonaa ittisuu fi dhaabbilee barbadaa’an deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsi maashinii hargansuu nam-tolchee 100 Birrii…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin nageenya daangaa fi shororkeessummaa ittisuuf waliin hojjechuuf kutannoo…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa FDRI fi humni poolisii biyyaalessaa Jibuutii nageenya daangaa fi shororkeessummaa ittisuu fi ijaarsa dandeettii fi odeeffannoo…
Manni Marichaa kaadhimamtoota komishinii mana maree biyyaalessaaf dhiyaatan keessaa 42 adda baasuu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota uummataa kaadhimamtoota komishinii mana maree biyyaalessaaf dhiyaatan keessaa 42 adda baasuu Afyaa’iin Mana Marechaa obbo…
Magaalichatti mata duree” dargaggoo sababaawoo badhaadhina biyyaaf” jedhuun dargaggoota kumaatamatti…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Dargaggoota sababaawoo fi olaantummaa yaadaan falman uumuun badhaadhina biyyaalessaa eegalame mirkaneessuu fi fayyadamoo taasisuuf kan dandeessisu…
Daandiin qilleensa Ityoophiyaa hirmaattota yaa’ii gamtaa Afrikaaf gatii tikeettii hanga %15 hir’isuu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Daandiin qilleensa Ityoophiyaa hirmaattota yaa’ii hoggantoota gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf gara Ityoophiyaa dhufaniif gatii tikeettii hanga %15…
Ittaantuun Preezdaantii Naannoo Hararii fi Afyaa’iin mana maree naannichaa Artist Abraahiim Adam…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ittaantuun Preezdaantii Naannoo Hararii aadde Misiraa Abdallaa fi Afyaa’iin mana maree naannichaa obbo Sulxaan Abdusalaam Hospitaal Jagolitti argamuun…
Dooktar Liyaan hojii raawwachiiftuu olaantuu Kiliintan Helzii, Jooy Maafii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan hojii raawwachiiftuu olaantuu ‘Kiliintan Helzii’ Jooy Maafii waliin mari’ataniiru.
Sagantaa…
Koreen Fannoo Diimaa Idi Addunyaa deeggarsa tajaajila fayyaa maqaleen gahuu ibse
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Koreen Fannoo Diimaa Idi Addunyaa baatii Fulbaana darbeen booda yeroo jalqabaaf guyyaa har’aa meeshaalee deeggarsa tajaajila fayyaa magaalaa Maqaleen…
Ministeerri Barnootaa mootummaan Siwiidiin ijaarsa manneen barnootaa barbadaa’anii akka deggaru…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Biraanuu Naggaan mootummaan Siwiidiin ijaarsa manneen barnootaa barbadaa’anii akka deggaru gaafatan.…