Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT naannoo Afaariitti iddoolee weerare gadi lakkisee akka ba’uu fi waraana bane ariitiin akka…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaariitti iddoolee akka haaraatti weeraree gadi lakkisee akka ba’uu fi waraana bane ariitiin akka dhaabu…
Oromiyaatti hoggansi sadarkaan jiru guyyaa Wixataa, Roobii fi Jimaata waajjiratti argamuun gaaffii…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa hoggansi sadarkaa naannoorraa kaasee hanga aanaatti jiru, torban keessaa guyyaa Wixataa, Roobii fi Jimaata waajjiratti…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii Ariifachiisaa 2ffaa gaggeesseen turtiin labsii yeroo…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii Ariifachiisaa 2ffaa guyyaa har'aa gaggeesseen turtiin labsii yeroo ariifachiisaa akka gabaabbatu murtoo dabarseera.…
Bulchiinsi magaalichaa godina Gujiitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee godina Gujiitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 ol taasisuu ibsame.
Bulchiinsi magaalichaa…
Balaa hongeen uumame keessaa aadaa walgargaarsaa Buusaa Gonnoofaan ba’uu qabna- jaarsolii biyyaa
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Balaa hongeen uumame keessaa aadaa walgargaarsaa Buusaa Gonnoofaan ba’uu qabna jechuun jaarsoliin biyyaa godinichaa waamicha dhiyeessan.
Uummanni…
Boordiin Filannoo Qajeelfama mariin Paartilee morkattootaa ittiin durfamurratti marii taasiisaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Qajeelfama mariin Paartilee morkattootaa ittiin durfamurratti Paartilee siyaasaa waliin marii taasiisaa jira.…
Dawwannaan hojiimaatilee Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii fooyyessuuf kaayyeffate…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Dawwannaan hojiimaatilee Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii fooyyessuuf kaayyeffate gaggeeffamuu ibsame.
Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaanonni qabsoo dippiloomaasii eegalan cimsanii itti fufuu qabu- Seenaataroota Ameerikaa
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Manni maree lammiilee Ityoophiyaa Ameerikaa miseensa( Seenaatara) mana maree bulchiinsa Naavaadaa Kaatiriin Maasaatoo fi miseensa mana maree bulchiinsa…
Godinaalee Oromiyaa 8 keessatti hongee mudateen namoonni kumni dhibbi 8 ol rakkoof saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Godinaalee Kibba Baha Oromiyaa 8 keessatti hongee mudateen namoonni kumni dhibbi 8 ol rakkoof saaxilamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi…
Haala magaalota garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuun danda’amurratti mariin…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Haala magaalota naannoo Amaaraa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuun danda’amurratti mariin magaalaa Dabra Birhaanitti…