Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Feestivaalli Aadaa Finfinnee 13ffaan xumurame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Feestivaalli Aadaa Finfinnee 13ffaan xumuramuu Biiroon Aadaa, Tuurizimii fi Aartii magaalichaa beeksiise.
Feestivaalli Aadaa Finfinnee…
Boordiin hojii raawwachiisaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa bakka bu’aan Ityoophiyaa yaada akka hin…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) - Boordiin hojii raawwachiisaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa bakka bu'aan Ityoophiyaa yaada akka hin laanne taasiisuun fudhatama kan hin qabne ta'uu Ministeerri…
Ijaarsi iddoo konkolaataa dhaabbii Paarkii Inxooxxoo xumurame
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Dhiyeenya ijaarsisaanii kan eegalee iddoo konkolaataa dhaabbii Paarkii Inxooxxoo xumuramuun tajaajilaaf banaa ta'uu Abbaa Taayitaa daandiiwwan magaalaa…
Aanaa Digaluuf Xiijootti duulli misooma qabeenya uumamaa hirmaannaa ummataatin hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Duulli misooma qabeenya uumamaa hirmaannaa ummataatiin Aanaa Digaluuf Xiijotti hojjatamaa jiru garee hoggansa Biiroo Qonnaa Oromiyaa fi waajjira qonna…
Baatiwwan ja’an darbanitti hojiiwwan kilaastera magaalaa milkaa’inaan raawwatamaniiru-Obbo Addisuu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastara magaaloota Obbo Addisuu Araggaa baatiwwan jahan darbanitti haalota rakkisaa keessatti hojiiwwan…
UNICEF qulqullina barnoota foyyeessuuf haalota deeggarsa taasisuurratti marii taasise
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii (UNICEF) Ityoophiyaatti qulqullina barnoota fooyyeessuu fi hojiiwwan walqabata…
Oromiyaatti lammiilee kuma dhibba 7 oliif carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lammiilee kuma dhibba 7 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon carraa hojii uumuu fi kalaqaa Oromiyaa beeksise.
Baatiiwwan ja’an…
Aanaa Booraatti miseensonni Shanee nageenya booressaa turan harka kennatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Waamicha mootummaan qaamoleen seeraan ala socho'an karaa nagaan harka akka kennataniif taasiseen Aanaa Booraatti miseensonni Shanee nageenya booressaa…
Mootummaan naannoo Oromiyaa qulqullina barnootarratti xiyyeeffannoon hojjetaa jira-Obbo Haayluu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa qulqullina barnootarratti xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Oromiyaa obbo…
Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti Woorld Viizhinii fi dhaabbanni deeggarsa Ameerikaa proojekti baasii…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti wabii nyaata mirkaneesuuf Woorld Viizhinii fi dhaabbanni deeggarsa Ameerikaa proojekti baasii doolaraa…