Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Israa’el adeemsa mootummaan Ityoophiyaa nageenya waaraa fiduuf itti adeeme kan deeggartu ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Israa’el adeemsa mootummaan Ityoophiyaa nageenya waaraa fiduuf itti adeeme kan deeggartu ta’uu beeksisteetti.
Israa’elitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Yaa’iin Maaykiroo Faayinaansii biyyaalessaa 11ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Yaa’iin Maaykiroo Faayinaansii biyyaalessaa 11ffaan magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffame.
Yaa’icha Inistiitiyuutiin Maaykiroo Faayinaansii Ityoophiyaa…
MM Abiy Ahimad Jigjigaatti daandiiwwan waggoottan sadeen darban ijaarramuun tajaajilaaf banaa ta’aan…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti daandiiwwan aspaaltii waggoottan sadeen darban ijaarramuun tajaajilaaf banaa…
Koreen gorsituu Mana Marechaa ajandaawwan lama raggaasise
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Koreen gorsituu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa ajandaawwan lama raggaasise.
Ajandaaleen raggaasifaman wixinee labsii inshuraansii fayyaa hawaasaa fi…
Ityoophiyaan rakkoolee ishee mudatan injifachuun ni ceeti-Preezdaant Saahilwarq Zawdee
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa ayyaana horsiisee bulaa akka biyyaalessaatti qopheessummaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaan yeroo 18ffaaf…
Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaan walqabataan kaafame
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Magaalichatti yeroof dhorkamee kan ture tajaajilli lafaan walqabatuu kaafamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Dhorkiin yeroo kun kan kaafamee…
Haleellaa ABUT baneerraan kan ka’e konkolaattonni meeshaalee deeggarsaa fe’anii imalaa turan…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Haleellaa haaraa gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar irratti baneerra kan ka’e konkolaattonni meeshaalee deeggarsa namoomaa fe’anii gara Maqaleetti …
Hongee waaraan ittisuuf ijaarsa proojektoota hidhoota gadi aanoo ta’aan eegalee ni…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad hongee akka hin muudanneef waaraan ittisuuf iddoowwan gammoojjii ta’aaniitti kuusaa bishaanii fi itti fayyadamaa…
Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa gaafatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun gaafataniiru.
Seenaa Muuziqaa Oromoo fi…
Naannoon horsiise bulaa xiyyeeffannoo addaa barbaada-Preezdaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan naannoon horsiise bulaa xiyyeeffannoo addaa barbaada jedhaniiru.
Bulchiinsa mootummaa…